bilisummaa

Sudan fires heavy artillery in troubled area bordering Ethiopia

Sudan's armed forces have fired heavy artillery during clashes in a troubled eastern region bordering Ethiopia, an Ethiopian official said,…

4 years ago

Baankota Toophiyaa fii qormaata barbaacha doolaara hajjii

Ahmaddiin Jabaliin Birriin Toophiyaa, Tyoophiyaan alatti daldalaaf/bittaaf gurgurtaaf fudhatama waan hin qabneef, daldala alatti gaggeeffamuuf maallaqaalee kanneen akka doolaaraa (yuuroo,…

4 years ago

Raayyaa Ittisaa: Daangaa Suudaaniin nu jalaa qabame deeffachuuf dandeeytii gayaa qabna jedha

Raayyaan Ittisa Biyyaa daangaa humna waraanaa Sudaaniin qabame bilisa gochuuf gahuumsa qabaachuufi qophii barbaachisu hunda taasisuu beeksiseera. Ministeerri Raayyaa Ittisa…

4 years ago

Godaantoota Libiyaa Keessatti Rakkatan Gargaarraa

Godaantoota Libiyaa keessatti danqamanii jiran Amerikaa kaabaa fi Awurooppaa dabalatee biyyonni nagaa qaban eeguumsa akka taasiisan gareen Doktooroota Daangaan hin…

4 years ago

Iitawuu/dhiita’uu hiidda dhiiga lukaa

Maaltu dhibee kanaaf nama saaxila? 1. Saalan dubara ta’uu, 2. Furdina garmalee, 3. Ulfaa’uu, 4. Umuriin dabaalaa deemuu, 5. Yeroo…

4 years ago

Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu!

https://www.youtube.com/watch?v=qtFdssSoS0I

4 years ago

Gammoojjii fii baadiyyaa qofa osoo hin taane magaalota keessa galaa jirra

BBC Afaan Oromoo Waraanni bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan 'ABO-Shanee' jechuun paarlaamaan shororkeessummaan faraje, erga bulchiinsa Abiy Ahimad waliin wal…

4 years ago

Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira

Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii…

4 years ago

Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?

tiinii Faaydaa yookiin bu'aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?1. Akka qorannoon agarsiisutti, warra dhibee sukkaraa gosa 2ffaa qabaniif hedduu gargaarti. Sababni,…

4 years ago

Intensified arrests in Arsi zones, Oromia region under pretext of connections with OLA

In these zones, people who do not support the government’s political views, youths who are not youth of the change(not…

4 years ago