bilisummaa

Hangaasaa: Ka WBO dheessaa jiru mootummaadha malee shaneemiti

Ajjeechaawwan jumlaa tibbana godinaalee Wallaggaatti dhalattoota saba Amaaraa irratti kan raawwate humnoota mootummaa ta’uu miseensi paarlaamaa Hangaasaa Ibraahim himan. Ajjeechaaawwan…

4 years ago

Faaydaa itittuu/urgoo

Furdina qaamaa hir'isuuf Nyaanni akka daakamuufKaansarii nurraa ittisuufGogiinsa garaatiifDhiibbaa dhiigaatiifKoolistirooli badaa balleessuufBareeduma rifeensaatiifFinniisa balleessuufDhibee simbiraatiifParasayiti qaama keessaa balleessuufInfeekshina qaaama saalaa…

4 years ago

The ongoing massacre of civilians in Oromia is deliberately planned and executed by top officials of the ruling regime.

Heenok Gabbisaa Member of Parliament (MP) and a ranking member of the ruling regime disclosed today that the ongoing massacre…

4 years ago

Sakatta’iinsa vaayirasii dabalataa kompiitara keessanii – bilisaan

F-Secure Free Online Scanner softwaaree farra vaayirasii keessan bakka buusuu hin danda'u, garuu dabalata gaarii ta'uu danda'a. Kompitara dullacha sagantaa…

4 years ago

Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame malee hin wareegamne

Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame ni wareegame? Dhimma oowwaa fii falmisiisaa moora Oromoo jeeqa jiru tahe. Dhugaan isaa yeroo gabaabdutti…

4 years ago

Ustaaz Kamaal Heeboo wareegame jedhu

Innaalillahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun Rabbiin Jaannataan sihaa qaniinisu goota Sabaa. Diinni uummata Oromoo bilxiginnaan Jaal Kamaaliin aj*jeesuu dadhabnaan "Ni ajjeesame"…

4 years ago

Galmee Seenaa Prof. Mahdii Hamiid Muudee

Mahdii Hamiid Muudee (Abbaa Bariisaa) Gaazeexaa BariisaaHogbarruu garagaraaKitaaba BarnootaaKuusa jechootaEnglish - Oromo (guutuu isaa digitaalaayz tahee jira)Hujii boonsaa inni dhaloota…

4 years ago

Faaydaa Muuzaa

Faaydaa muuza nyaachuun qabu keessaa hanga tokko kunooti

4 years ago

Ummanni muslimaa maallaqa baankii Toophiyaatti kuufatanirraa maal faaydaa argatu?

Kutaa tokkoffaa barruu kanaa keessatti duursinee akka ibsinettis bu'uura gabaasa bara darbeetiin qarshiin biliyoonni sagaltamii torbaa ol baankota dhala irraa…

4 years ago

Loltoonni Suudan Faannoo fii minishaa Abiyyi yeroo adamsuuf dhaadatu

https://www.youtube.com/watch?v=b7MCj1AqJB0

4 years ago