bilisummaa

‪#‎Oromoo_Protests‬ Iyyaa Iyyaa Iyya dabarsaa

>>> Ilmaan Oromoo kan hoomaa waraanaa biyyattii keessa jirtanis ta'ee kanneen dhimma nageenyaa eegsisuuf biyya keessa facaatanii arkamtan hundi keessan…

11 years ago

Sochiin Dargaggonnta Oromoo hoogganoota fii hayyoota oromotiifi qormaata seenaan itti nama gaafatu ta’ee jira.

Haalli qabataamaan biyya keenya keessatti muli’ataa jiru akka nutti akeekutti qabsoon oromoo boqonnaa haarayatti tarkaanffachuu isaati. Galata dargaggoota keenyaa dhiginni…

11 years ago

Dhamasa warreen hirirra irra jirtaniif

1. Nama kamiinuu mirga dhuunfaa isaa hin tuqinaa. 2. Saba kamiinuu maqaa hin dhahinaa, harkaanis hin tuqinaa. 3. Qabeenya kamiinuu…

11 years ago

Hiriira Maaster Pilaaniif bahe falmuuf qonnaan bultoonnis itti dabalamaa jiru

WASHINTON,DC —  VAO Barattonni Oromoo Maaster pilaanii Finfinneef ba’e mormuun torbanneen darban sadiif hiriiraa gaggeessuu isaanii Martaa Van Der Wolf…

11 years ago

Yunivarsitiin Wallaggaa akkuma amala isaa barattota Oromoo ari’uu eegalee jira.

Osoo barattoota Oromoo ar'uun qabsoo bilisummaa dhaamsee silaa baroota amma duraati milkaayan. Hin taatu. Pirazidantii yunivarsitii Wallaggaa Fiqaaduu Bayyaana seenaafi…

11 years ago

Fincila Diddaa Gabrummaa Ummata Oromoo Ilaalchisee: Bakka Gahamee, Waan Tahuu Maluu fi Kan Godhamuu Qabu.

Qabatamaan Bakka Amma Jirru: – Sochiin Ummatni Oromoo godhaa jiru baatii tokko xumuree lammaffaa jalqabeera. – Yeroo baatii tokko kana…

11 years ago

B/G KAMAL GALCHU SAYS TPLF IS COLLAPSING

https://youtu.be/R45HJvzu0FI

11 years ago