bilisummaa

Dhiiyni Oromoo daandii gubbatti qisaasa tahaa jira

Godina Shawaa Sibba Lixa Aanaa Tolee Magaalaa Baantuu Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa guyyaa 3/12/2015 yokin guyyaa 23/03/2008 ganama keessa hirriiraa…

11 years ago

ACHII SIIF HAA IYYU!

  Miilla qullaa fiigee garaa homaa hinqabu dabatara baadhatee Gaaf tokko sabasaaaf bu’aan buusa jedhee mudhiisa hidhatee Hirriba utuu hinargiin…

11 years ago

Nama Dhukkubsa…..!!!!

  Guyyaan har'aa Guyyaa Barattootni Yunversiitii Walaayittaa Soddoo hawwii dhaan eeggachaa turani dha.sababni isaas Guyyaa Sabaaf Sablammii Nyaatanii dhuganii Gammachuu…

11 years ago

Addis Ababa and Oromo over the last 15 years

  By Birhanu M Lenjiso 1) 1991 - The capital city, Addis Ababa “Finfinne”, is separated from the Shewa province…

11 years ago

Mormii Barattootaa Irratti Mootummaa fi Polisiin Oromiyaa Ibsa Kennan

WASHINGTON, DC —  Humnootii kufaatii siyaasaa keessa jiranii fi jaarmayoota shorookeessumaatti ramadamaniin Oloola sobaa oofameetu Oromiyaa keessatti jeeqama kakaase jechuun…

11 years ago

Finciloota Ummanni Oromo bulchitota embaayira ethiopia irratti duri kaase hamma ammatti gad-geysaa turani fi ittis jiran barreyfama armaan gadi keysatti walin laalu yaalla.

Fincilotaa ummata Oromo keysaa ummanni Oromo wallo waggota hedduu fincila addaan hin cinne motota ethiopia durii irratti gad-geysaa turuun isaani…

11 years ago

OROMOONNI DIYAASPOORAA….!!!!

Lubbuu qaalii diinni galaafachaa jiraa Duuti isaaniis hedduu nama mararaa Nuti warri biyya alaa maal gochaa jirra? Akkamiin callifte Oromoon…

11 years ago

Oromo TV: 15th Anniversary Celebration of Oromo TV

https://youtu.be/_0C-uvBsnIc

11 years ago

Magaalaan Gimbii Diddaan Jeeqamaa Jirti, Ajajoonni Wayyaanee Federaalaa 2 Qaama Hin Beekaminen Ajjeefamuu fi Daldaltooti Oromoo 7 Immoo Hidhamuun Beekame

  Magaala Gimbiitti qaama hin beekamneen tarkaanfii ajajoota Wayyaanee federaala lama Hoteela Zamalak keessatti fudhatameen tokko ajjeefamuu fi tokko madoo…

11 years ago

DORROBA MASEENAA!!!

Imala dheerate Abjuu galma dhabe, Deemee itti ga’uuf hiixxadheen dadhabe , Ta’uu keen barre ree dorroba maseene, Si narraa kafalaaf…

11 years ago