bilisummaa

Hiika dhabdee Abbaa murtii..

Imimmaan koo bara turtii.. Har'as kunoo cophaa Jirtii.. Hulaa haqaa cufee diinni.. Afaan sobaa damma dibee.. Baraa baraan teenyee booyuu..…

11 years ago

Aanaa Gullisootti barataa Gutuu Abarraa ajjeefamuun polisiin Oromiyaa amane.

OMN:Oduu Mudde 03,2015 Godina Wallagga Lixaa aanaaa Gullisoo Magaalaa Calliyaatti Mormii Master pilaanii Finfinnee baratoota bahan keessaa barataan tokko rasaasaan…

11 years ago

Waamicha Hiriiraa Mormii tokkuumma baratoota Oromoo (TBOJ) caayya ABO/OLF biyyaa Jarmanii, Frankfurt

Wal irratti hin dhifnuu haangaa bilisumman keenyaa dhugoomutti. Kabajamoo fi jaallatamo Hawaasaa Oromoo biyyaa Jarmaani, Jiraatoota Oromoo biyyaa Jarmaani fi…

11 years ago

Xalayaa Obboo Lammaa Magarissaa Afiyyaa’ii Caffee Oromiafi

By Jawar Mahammed: Haasaya isin uummata Burraayyuu waliin gootan dhaggeeffannee jirra. Hunda dura nama akka keessan onneerraa dubbatee garaa saba…

11 years ago

DHIIGA BARATTOOTAA

  Bilisaan dhalatanii bilisummaa dhabuuu Dhugaan falmatanii haqa ofii dabuu Lafa abbaa ofiirratti duguuginsa sanyii Nagaan ofii badee baay’ate hammeenyi…

11 years ago

Yuniversitii Haroomaayaa. Yeroo barattoonni Agaaziin reebaman

Yeroo polisiin federaalaa staadiyemii irraa kaasee hanga dormii barattotaatti jala dhufaani haalaa kaanan barattoota Oromoo irra midhaa san hunda geeysisan..…

11 years ago

Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo irraa kenname

  Ummanni Oromoo abbaa  biyyumma isaa sarbamee impaayera Ethiopia sirna kolonii     Habashaa jalatti fedhii isaatiin alatti eega ammatamee eegalee miidhaan gara jabinaa…

11 years ago