bilisummaa

Sadaasa 30/2015 Goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Harammayyaa Warraaqsaa Bilisummaa Kaasuun Gaaffii Mirgaan Mootummaa Wayyaanee Sardaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Gabaasa Qeerroo Sadaasa 30, 2015 Sadaasa 30,2015 Goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Harammayyaa Warraaqsaa FDG dhoosuun gaaffii Mirga Abbaa biyyummaa dhiyeeffachuun…

11 years ago

About 30 Oromo students were injured at Haromaya University when federal police and Agazi were attacked them in their dormitory.

About 30 Oromo students were injured at Haromaya University when federal police and Agazi were attacked them in their dormitory.

11 years ago

BBC decided to start broadcasting in Afaan Oromo

Seenaa Abdiisaatiin Fulbaana 6, 2015 ibsa meediyaa addunyaawaa BBC World irraa ba’een Afriikaa dabalatee biyyoota kanneen akka Ruusiyaa fi Kooriyaa…

11 years ago

Walaloo CAAM-BAATEE

https://youtu.be/x09_3g3QSBw

11 years ago

Wallaggaa Lixaa Keessatti Hiriira Mormii Itti-fufee fi Tarkaanfii Humnoota Mootummaa

Torban tokko duraa jalqabee, aanaalee Oromiyaa adda addaa keessatti ka geggeessamaa ture hiriirri barattootaa fi tarkaanfiin humnoota mootummaa, Har’a, Godinaa…

11 years ago

Mormii maastar pilaanii Finfinneetiin wal qabatee hiriira mormii godina Wallagga Lixaa aanaa Mandii keessatti geggeeffameen, haga ammaatti namoonni sadii rasaasaan rukutamuu isaanii himame.

OMN: Halli ammaan kana magaalaa Mandii keessatti muldhataa jiru gar-malee yaaddessaa ta’uu jiraattonni dubbatan. Labsii qindaawaa magaalota Oromiyaa jechuun Caffee…

11 years ago

Poolisoonni Oromiyaa mormii barattoonni kaleessa gaggeessan irratti hubaatii tokko akka hin geessisne himame

Diddaa qeerroon biyyaa kutaalee magaalota Oromiyaa adda addaa keessatti kaleessa taasisaa oolan irratti humni tikaa tokkolleen ijoollee hiriira nagaa bahan…

11 years ago

Hiriira Barattoota Oromiyaa Keessaa fi Deebii Mootummaa

Torban tokko duraa jalqabee, hiriirri barattootaa, Shawaa Lixaa magaalaa Giincii keessatti geggeessame, hidhamuu namoota hedduu dhaqqabsiise – jedhu – jiraattonni…

11 years ago

Godina Lixa Wallagga Ijoolleen Oromoo ukkaamfaman

Godina Lixa Wallagga Ona Ganjii irraa dargaggootni Oromoo barreessaa kitaaba UDDEELLAA, Galataa Caalaa Baayisaa akkasumas obboleessa isaa Qadiidaa Caalaa Baay’isaa…

11 years ago

Walaloo Afaan Oromoo Gaafa Handaraafaa

https://youtu.be/mo3CKHiPJ0U

11 years ago