bilisummaa

YAALIIN  AJJEECHAA  J/YAADDEESSAA  DIINAA  IRRATTI  GEGGEEFFAME ABDII KUTACHUU SADARKAA XUMURAATI !

  Qindeessummaa Tamaam Bbaatiitii namoota seenaan  qabsoo bilisummaa  Oromoo maal akka ta’e hin beekne  kanneen gossaa fi ganda isaa ta’an…

11 years ago

Voice Of Oromiyaa 10/18/2015

https://youtu.be/bu64Ecs2PHM

11 years ago

Mormiin karoora Maaster pilaanii Finfinnee irratti taasifamu cimee itti fufuu qaba jedhame.

Onk 18,2015 Paartiin Koongireensii Federalawa Oromoo har’a magaalaaFinfinneetti dhimma maaster pilaanii Finfinnee irratti marii hawaasaa gaggeesseera. Marii hawaasaa kanarratti bakka…

11 years ago

Qabsoon karaa nagaa dhugumatti impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?

  Abdii Boruutiin   Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira…

11 years ago

DIKTAATORA DAGGALAA!

Dictaatorri daggalaa Bakka ciisuu alaan'alaa Ifirraan garagaggalaa Kan tuqe ija hamtuun laalaa Isa maaltu godhe utubaa sibiilaa? Gurran qabu afaan…

11 years ago

Dhabamuun Obbo Dabbasaa Guyyoo yaaddoo guddaa uumee jira .

  OMN:Oduu Onk.15,2015 Hayyuun Barnoota Argaa dhageettii Gadaa Oromoo bu’uuressanii, aadaa fi seenaa Oromoo yeroo dheeraaf barsiisaa kan turan, Abbaa…

11 years ago

Sweden; Oromoo students showcasing their cultures

Some of the countries that are represented on the cultural day was Syria, Iran, Eritrea, Oromia, Dominican Republic, Somalia and…

11 years ago

Walgahiin Hawaasa Dubartoota Oromoo fi Hawaasa Dubartoota Afrikaa Biyyoota 16 Irraa Walitti Dhufan Magaalaa Guddoo Biyya Masrii Kaayiroo Keessatti Geggeeffame Milkiin Xumurame.

  Onkoloolessa 15,2015 guyyaa kaleessaa magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessaa bakka Opera jedhamutti walgahiin Dubartoota Afrikaa fi Dubartoota Oromoo hirmaachise…

11 years ago

Nuu fi Isaan (Oromoo fi Koloneeffataa)

Atoo Sarbaa hin qabduu sarbaa millaa hin qabduu maaliin lafa dhiittaa yaa abbee? Atoo gamtaa hin qabduu gamtaa dhiiraa hin…

11 years ago