bilisummaa

Rakkoon ummata Oromo Maali?

  OMN Maali? Yaada Qabsoo Oromo tii fi Gaafiin mirga Amantii wal simatuu? Sheekkotiin Nama hundaafuu wal qixa moo? Qaamni…

11 years ago

Obolewwan keenya kun Lameen Kadir fi Awwal jedhamu Bala Hajji Minaa gubbat dhaqabe irrat Haadha isaan lubbuun baasan isaan lameen gamma akhirat deemaniru.

RDH Obolewwan keenya kuniin Jiraatota Biyya Saud Arabiyaa Magaala Riyaadit. Lameenu kan fuudhanif Abba ijoole Tokko tokkoot. Hadha isaan Hajiif…

11 years ago

Itiyoophiyaatti Nama Miliyoona 8.2 Gargaarsa Barbaada

VOA, Mallaskaachoo Ammahaa WASHINTON,DC—Akka gabaasa Koreen Balaatii fi Qophaahinaa Sagatnaaa Nyaata Addunyaa Damee waliin baasanitti  Itiyoophiyaatti rakkoon jijjiiramii qilleensaa EL NINO…

11 years ago

I F L O /A I B O + ULFO/THBO

Gumaan jaallan wareegamanii walabummaa Oromiyaatiin deebi'a       Akkuma beekkamu Sooreeysi QBO J/J/A/Gadaa du’aan ad dunyaa kanarraa erga galan kunoo bara…

11 years ago

Miidhaan barsiisota Oromoo irra gahaa jiru, egeree Oromoo fi Oromiyaa bal’eessuuf duula geggeeffamaa jiru keessaa qaama tokko!

Leelloo Sabaa irraa Guddina fi egeree biyya tokkoof kanneen murteessoo ta’an keessaa tokkko, humna nama baratee qabaachuu dha. Waan kana…

11 years ago

Ilillii International Hotel!!!

Torbee kana Akka Addunyaatti Hoteelonni Addunyaa kanarra jiran wal dorgomanii Sadarkaa 5Star(Five Star) yookaan kanneen Akka Addunyaatti Keessumoota Ol'aanoo Simachuuf…

11 years ago

Food Insecurity Catastrophe In Ethiopia Is Due to The Carelessness of The Dictator TPLF Government for The Life of Oromo People

Human Rights Watch have reported how the Ethiopian Dictator government is taking the foreign aid to discriminate the Oppressed nations…

11 years ago

Tooftaa Cunqursaa Mottummaa Wayyaanne Filannodhaan 2015 Boodaa Fi Qabso Bilissummaa  Ummata Oromoo

Paartileen Wayyaane  walgahi ta’ani hojii raawwachistu koree garagaraa filani jiran. Warri korree kanarrati dhaabbileen hirmaatani opdo,deheden,hewhat, beheden, partile 4 kanini…

11 years ago

Iyyannoon hojii (CV) dalagaa argachuu nama dandessisu isa kami?

==================================================== (THE AWASHPOST.COM)-Namoonni kan barataniif waan hedduuf. Dalagaa argachuufi woraqaa isaanitti dhimma bayanii jireenya fooyyeffachuun sababa isa tokko. Shakkii tokkoon…

11 years ago

Ummanni 150,000 Aanaa Zuwwaay Dugdaa Jiraatu Beelaan Shororkaaya Jira

Aanaan Zuwaay Dugdaa Godina Arsii qarqaraa haroo dambalii dheerina naannawa harichaa walakkaa ol irra naannofte tan argamtu fi lagni kataar…

11 years ago