bilisummaa

Debii Waqeffataa Abba Abdisaa Dhaabaa lalchiise OMN

https://youtu.be/7AmX6359ZAU

11 years ago

Wal bekuu irra waliif beekuu wayya jedhaamiti ree Oromon wayta dubbatu.!!!

  Dhaabbanni Oromia Media Net-werk OMN torbaan Sadihiin dura Qophii marii manguddota Oromo lamaa waliin gad-geysee ture. Manguddota lameen keysaa…

11 years ago

Dhaamsa Barreessitootaafi Dubbistoota Barruu Oromoo Maraaf!

  H O R A H A R S A D I I T T I !!- B I SH…

11 years ago

Labsiin Magaalota Oromiyaa Dhaabuuf jedhamee dhihaate Caffeen marii gabaabduu booda ibsa gahaafi jijjiirama tokko malee dabarsitee jirti.

Labsiin kun Maastar Pilaanii Finfinnee hojirra oolchuuf seeraan hayyame jechuudhaa? Ifatti hin hayyamne. Garuu Maastar Pilaanii bira dabree dantaa Oromoofi…

11 years ago

Britain loltoota ishee gara Somaaliyaatti ertite

WASHINGTON DC— United Kingdom humnootii ishee gara Somaaliyaa fi Sudaan kibbaatti erguuf murteessuun ishee yaada gaarii tumsa uummata biyyoota lameeniif…

11 years ago

“SAY NO” MURTII SHIRAA

Nuti hin dhageenyu dubbii jara sanaa Lafa teenyaaf lubbuu teenya laannaa Isinis nu fixxan, nutis numa dhumna Mirga keenya sirritti…

11 years ago

Yaamicha Warra Su’uudi Jiraatuuf Dhiyaate

Obboleettiin teenya Naa'imaa Nuuree Abdulqaadir Haajjii godhuuf jecha Makkaa dhaqxe achitti nurraa badde haga amma hin mul'anne. Kanaafuu namni bakka…

11 years ago

Ethiopian runners begin new lives after fleeing to the United States

Athletes who suffered political persecution face an anxious wait to find out if their asylum claims are successful and they…

11 years ago

Oduu Prezidaant Obaamaa fi Hoogganaan Raashiyaa dhimmootii Falmisiisoo irratti mari’atan

WASHINGTON DC— Prezidaantiin United States Baaraak Obaamaa fi hoogganaan Raashiyaa Vladimir Putin yaada isaanii faallaa walii kan walitti bu'iinsa Siiriyaa…

11 years ago