bilisummaa

Maatii H / Qeebaloo Sa’id irraa..

Namni suuraa isaanii asii gaditti argitan kun H / Qeebaloo Sa'id jedhamu lammii oromoo dhalataa godina Arsii aanaa Gadab Asaasaati…

11 years ago

NUUF BAHI YAA BIIFTUU!

Yaa biiftuu yaa ifa ummataa Dukkana maaf tahe Carraan Oromootaa? Ifnikee hangahee Bakkayyuu wal gahee Namayyuuf bahee Addunyaa naannahee Nutti…

11 years ago

WAA SADI AFOOLA OROMOO KEESSAA

QOPHEESSAAN ABDII LUUCCEE Waa sadi facaasanii guurun nama rakkisa • Xaafii facaasanii guurun nama rakkisa • Kijiba facaasanii guurun nama…

11 years ago

Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa boordii Bankii Hojii Gamtaa Oromiyaa haarawaan bakka buuse

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Adoolessa 2015 keessa sadarkaa idil-addunyaatti badhaasa gaarummaafi hooggansa gaarii argateera Torbaan darbe Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa hooggantoota…

11 years ago

Oromo TV: BBC Afaan Oromoo

https://youtu.be/__xREN7sK1w

11 years ago

Oromia’s Irreecha Festival – A Revival of an Ancient African Culture – An Attempt to Understand and Explain

By Mekuria Bulcha, Ph. D. Irreecha (also spelled Irreessa), the Oromo equivalent of Thanksgiving, was traditionally celebrated bi-annually in different…

11 years ago

SAAMICHI MAQAA “ABO”

MADDI RAKKOO MAQAA ABO SAAMMACHUUF YAALUU MAALII ?  — Kutaa 2ffaa SEENAA  Y.G (2005) Carraan isaa osoo argamee, Ilmaan Oromoo irraa…

11 years ago

Akka RDH gabaasetti namoonno biyya keenya irraa hajjiif bahani miidhan irra gahe 5 ga’ee jira.

Hujjaajota Lammiiwwan Biyya Keenyaa Kan Minatti miidhamanii hanga ammaatti eennummaan Isaanii hin beekkamin keessaa, Namoottan suuraa gubbatti argitan kunniin yeroo…

11 years ago

Usaamaa bin-laadin ni jira, hin duune

Hegeree Oromiyaatiin Kana jedhan Obbo Edwaard Sunuden nama CIA waliin dhimma Al-qaa'idaa irratti yaro dheeraa hojjachaa turee hoggaa tahuu garuu…

11 years ago