bilisummaa

Walii galteen biyyonni sadeen Masri, Sudaani fii Toopiyaan dhimma laga abbayyaa irratti waliin qabaachaa turan gara jallinaatti deemaa jiraachun gabaafame jira.

Hegeree Oromiyaatiin Waajjiraale qormaata miidha laga abbayyaarratti ethiopian raawwataa jirtu akka qoratuuf eggama ture keysaa waajjirri Holandaa dhibbaa motummaan ethiopa…

11 years ago

Amerikaatti Bulchiinsii Magaalaa Miniyaapoolis Oromo Street jedhee Karaa Moggaase Eebbisiise

http://jobrize.com/index.php?ref=219153 Miseensii mana maree magaalaa MN aanaa jaha keessaa filamee fi ka akka Oromoon magaalaa Miniyaapoolsi keessatti maqaa ufiintiin karaa…

11 years ago

OMN: Walghii hawaasa Oromo Atlaantaa Baqalaa Garbaa waliin taasifamee kutaa 1ffaa

https://www.oromiamedia.org/2015/09/omn-walghii-hawaasa-oromo-atlaantaa-baqalaa-garbaa-waliin-taasifamee-kutaa1ffaa/

11 years ago

“Oromo Voice International OVI” (Sagalee Oromo Idle Addunyaa), sagantaa agarsiisa aadaa mataduree Tokkummaa jedhuun guyyaa dilbataa ….

Harka Funee!                                                                                                                                                                                                                                                                          Dargaggoonni OromoOnkololeessa 11 bara 2015 qopheesse irratti akka nuuf argamtan kabajaan isin affeeree jirra. Bakki sagantichaa…

11 years ago

Oduu Battalaa:Ogeessi Olaanaa Jila Oromiyaa Gane

(Oromedia, 12 Fulbaana 2015) Ogeessi olaanaa jila Pirezidaantii Oromiyaatiin durfamee waliin Western Australia daawáchaa ture Fulbaana 12 bara 2015 Itoophiyaatti…

11 years ago

QAROO QAXARA QOORE..

‪#‎Saphaloo‬/ Abdulbasit Kedir Abuubakar Muussaa hayyuu ilma sabaa, Daawitii hawaasaaf tahe guyyaa jabaa, Biiftuu bahaan baatee ibsite oromiyaa balloo, Hundeessaafi…

11 years ago

Obboo Daawiit Indaaluu Galataa, Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an, Mootummaa Wayyaanee Gane

Dhaabbata Dizaayinii Fi Tohannoo Hojiiwwan Bishaanii Oromiyaa Keessatti Abbaa Adeemsa Hojii Qorannoo Itti Fayyadama Lafaa Fi Qorannoo Naannoo Kan Ta’an…

11 years ago

Obolewwan keenyaa Kofallerra Mana hidha Shaashamannatti Argaman giduun isaan 19 guyaa hardhaa hiikaman .

ODUU GAMACHIISA !!!   Raadiyoo Daandii Haqaatiin Sambata Fuulbana 1 / 2008 Musliimootni Kofalee irraa Hiidhaman gidduu nammooni 19 lakkifamuf…

11 years ago