bilisummaa

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Torbaffaa

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa torbaffaa kana…

11 years ago

IBSA IJJANNOO KOREE DAMDAMACHIIFTUU ABO JIJJIIRAM AFRIKAA KIBBAA‏

  IBSA IJJANNOO KOREE DANDAMACHIIFTUU DHAABA ABO JIJJIIRAMAA AFRIKAA KIBBAA                                                                                                                                                ABOn jijjiiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee…

11 years ago

Oromo TV:Oromo Women Soccer teams 2015

https://youtu.be/A2V9N1M-WiI

11 years ago

Kitaabni Dhimma madda Bunaa Ilaalchisee qophaa’uusaan kan jalqabaa ta’etokko Hayyuu Oromoo tokkoon gadi ba’e.

Barreessaan kun Garramuu Hayilee Firrisaa jedhama. Lixa Oromiyaati kan biqile Hayyuun barnootaa, seenaafi qorataan kun digirii lammataasaas kan xumure barnoota…

11 years ago

Kaayyoo ABO Jijjiiruu Keenya Beeksisuuf Hawaasota Itiyoophiyaa Biyyoota Alaaf Ibsa Kennaa Jirra

(VOA) Gamtaan Dhaabbatoota Polotikaa sadii dhiheenya hundeeffamee fi kan Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu, Gareen ABO as Waashington DC keessatti walga’ii…

11 years ago

Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera.

(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti…

11 years ago

IBSA IJJANNOO KOREE DANDAMACHIIFTUU DHAABA ABO JIJJIIRAMAA AFRIKAA KIBBAA

                                                                                                                        ABOn jijjiiramaa B/G/Kamaal Galchuutiin hogganamu Augest/Hagayya 2/2015 ibsa ijjannoo baasee jira.Ibsi ijjannoo kunis kaayyoo kaleessa akaakayyootaa fi abbootii teenya…

11 years ago

IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)

Hagayya 2, 2015   Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku.…

11 years ago

OSA 2015 Annual Conference Live

https://youtu.be/JAvyNQ2MbeQ

11 years ago