bilisummaa

OSFNA 2015 Commentator Abdi Mude Says, “Bishaan Dabre dhiisanii isa dhufu woraabu.”

Maqaan koo Abdii Muddee jedhama. Yeroo ammaa kanatti mana baruumsa Mankato state University jedhamutti digrii koo isa jalqabaa saayinsii compiitaraa/computer…

11 years ago

Baaraak Obaamaan yeroo Finfinnee turetti maal maal jedhe?

(awaashpost) Prezidaantiin Ameerikaa Baaraak Obaamaan haasawa bal’aa galma Gamtaa Afrikaatti argamee godheen dhimmoota heddu irratti xiyyeefateera. Haasofni isaa irra jireessatti…

11 years ago

Bifa, fii uffata namaa ilaalanii ni bareedda jechuun salphaadha

Hin dubbadhu jedheen ture. ‪#‎Obaamaan‬ erga gara biyya Itiyoophiyaa dhufee sa'aatiiwwan lakkoofsiseera. Namoonni baay'een oduu waa'ee dhufaatii Baarak Obamaa kana…

11 years ago

Kitaaba seenaa nabi Muhammad (NRIHJ) fi kitaabaa Hadiisa Bukhaariin Afaan Oromootti hiikame

Namni kitaaboota kana Afaan Oromootti hiike sheek Hassan Ma'aruuf Aadam Husseeniin  

11 years ago

Dawwannaan Prezdaanti Ameerikaa Obamaa biyyoota Afrikaa lamaanii ergaa ciccimoo if keessaa qaba jedhu

Pirezdaantii  Obaamaa fi Buna Oromiyaa. Daawwannaan Pirezdentin Ameerikaa  Obaamaan Biyyoota Afrikaa Bahaa keeysaa murteeyssitoota tahan lama jechuun Keenyaa fi Toophiyaa…

11 years ago

Sakaallaan Moraa Qabsoo Bilisuummaa Oromoo Kessaa Cituutti Jira

Wiirtuu Lammeessaa irraa Addi Biliisummaa Oromon (ABO) buu’uurfama isaa irraa kaasee, bu’aa ba’ii dararaa irraa agaggamee sadarkaa haar’aa kana irra…

11 years ago

Obama criticised for calling Ethiopia’s government ‘democratically elected’

Barack Obama has been criticised by opposition groups and journalists in Ethiopia after referring to the country’s government as “democratically…

11 years ago

ABOn jabaatu malee Carraan Oromoon qabu kan ‘native’ warra USA fii Canada ala hinta’u.

Qabsoon ummanni keenya roorroo diina jalaa bilisa ta’ee ulfinnaafi kabajaan jiraatuufi geeggeffamaa ture milkiin isaa bakka gayuu dhabullee injiffannooleen goonffatame…

11 years ago

Toophiyaa: Basaasni Telecomii Mirga Dhala Namaa Balaa keessa galche

Hatattamaan gadhiifamuuf kan qophaawe Itoophiyaa: Basaasni Telecomii Mirga Dhala Namaa Balaa keessa galche Teeknoolojiin biyya ormaa mormitoota biyya keessaa fi…

11 years ago