bilisummaa

Sababa daawwii Obaamaatiin Jiraattonni Finfinnee jeeqamaa jiru.

OMN:Oduu Adol.26,2015 Daaw’annaa Pirezidaantiin biyya Ameerikaa, Baaraak Obaamaa, Itoophiyaatti taasisan waliin walqabatee, biyyattiin humnoota nageenyaatiin muddamtee akka jirtu himame; Sakkatta’insa…

11 years ago

Biyyoota Arabaa addaan qoqqooduuf karoorri 1982 kaayame hujiirra oolaa jiraachuu isaa Burqaan Oduu Addunyaa Montikaarlo ibsee jira.

Hegeree Oromiyaatiin Akka ibsa burqaa Oduu addunyaa Montikaarlo kanatti biyyi araba shan jechuun Iraaq Suriyaa Libiyaa Sudaani Yaman bakka 14tti…

11 years ago

Obamaa fi biyya teenya.

Hegeree Oromiyaatiin Presdenti Obamaan Magaalaa Finfinnee galuun isaa dhageyame jira . Presdenti Obamaan daawwanna kanaan hoggattota ethiopia bulchaa jiran wiin…

11 years ago

Hawaasni Oromoo Biyya Sa’ud Arabiyaatti Argamu Irree fi Gaachana Ummata Oromoo WBO Jabeessuuf Gumaacha Maallaqaa Taasisu Cimsee Itti Fufuun Riyaala Sa’udii 117,371.00 Arjoome

Biyya Sa’ud Arabiyaatti kan argaman ilmaan Oromoo kan yeroo kamii caalaatti tokkummaa fi jabina isaanii ijaarratuun akkasumas tumsaa fi deggersa…

11 years ago

Obama’s Visit Raises Ethiopia’s Stature Amid Rights Concerns

ADDIS ABABA, Ethiopia (The New York Times) — Like the visit to Kenya, President Barack Obama’s trip Sunday to Ethiopia…

11 years ago

Waadaa Wayyaanee Kijibaan Hawwatamanii Owwaatuun, Dantaa Ummata Oromoo Fi Wareegama Qabsaawotaa Kabajaa Dhorkatuu Dha

Mootummaan Itophiyaa murna bicuu Wayyaaneen durfamu QBO gufachiisuuf tooftaalee adda addaa baafatee hojjataa akka turee fi jiru lammii Oromoo jalaa…

11 years ago

Oromo TV:marii torbaan Oromoo (Oromo week)

https://youtu.be/XnYKvrVOsjQ

11 years ago

Seenaa Perezidaanti Barack Hussein Obama Gabaabinaan

Barack Hussien Obama, Hagayya 4, bara 1961’tti dachii cittuu biyya Jaapaanii fi Ameerikaa jidduu jirtu, fageenya kiilomeetira 3,200 Ameerikaarraa fagaattu, kan bara 1959’tti koonyaa…

11 years ago

EBBAA BARNOOTA OL-ANNNOO BARA 2015

Baraa kana jechuun baraa 2015 kessaa unveristiin biyyaa Ethiopia martuu haala hin baraamnen Ejejjaa , Motummaa wayyaanettin osoo barattoon KORSII…

11 years ago