bilisummaa

Presdenti Obaamaan Daawwannaa guyyaa lamaaf kenyaa Magaalaa Nairobi galuun isaa bekkeme jira.

Hegeree Oromiyaa Garu Obaamaan biyya Kenyaa dhaqumiti kan nama raajaa jiru. Nageya Obaamaatif dachii fi sami jiddun cufamuu isaatu warra…

11 years ago

Appeal letter to president Obama

Dear President Obama,  I am an Oromo American, a voting United States citizen and a proud contributor to this nation’s…

11 years ago

Uummatni Oromoo, hanga yoomiitti gadadoo keessa jiraata?

Abdii Boruutiin Uummatni ykn sabni gabrummaa keessa jiru yoomiyyuu jiruu fi jireenya gaarii qabaachuu baatullee, haalli uummatni keenya, uummatni Oromoo…

11 years ago

Genzebee Dibaabaa ta dhiyoo Monaakootti moote Waliin barana 6 dorgomtee cufaa moote, dorgommii lama rekordii haraa argatte

WASHINTON,DC— Atileeti Genzebee Dibaabaa atileetii addunyaa irratti dorogmmiin beekamtuu yoo dorogmmii baatu mootetuma galti. Dorgommii barana Ammajii jalqabdeeen waliin akka…

11 years ago

Plotting of Cameron, of al-Rahman & the discovery of a Qur’an

Fir’awn (Pharoah) who ruled Egypt was a tyrant who oppressed Banī Isrā’īl (the children of Israel). He used every means…

11 years ago

Dhiibbaa hundeessitoota Wayyaanee(TPLF) kan ta’e Abbaay Tsehayyee Uummata Oromoo irratti gochaa turee fi Gochaa jiru keessaa muraasa!!!

  Guyyaa Kaleessaa Dubbii obbo Abbaay Tsehayyee waltajjii dhoksaa tokko irratti Waa'ee Maaster Pilaanii Finfinnee irratti dubbate OMN'n qilleensa irra…

11 years ago

Manneetiin Jireenyaa,jiraattota Magaaloota naannawaa Finfinnee diigamaa jiru.

Magaaloota Oromiyaa, Finfinnee marsanii argaman, Burraayyuu, Sabbata, Laga Daadhii, Lagaxafoofi Sandafaatti, sababa ijaarsa manneetii seeraan alaa jedhuun diigamniin, namoonni hedduun…

11 years ago