bilisummaa

Afaan Hojii Woyyaaneetiifi Isiin Dhageettu, Afaan Qawweeti; Oromoolle Afaan Qawwee Qofaan Woyyaanetti Haasawuun Dirqama.

(VOICESFORVOICELESS.BLOGPOST.SE.COM) Yaa Oromoo, qabsoo bilisummaa biyya tokkoo keessatti gargaarsi biyyoota alaa ni barbaachisaadha yoo jennee of gaafannee, deebiin jiruu eetii…

11 years ago

Ethiopia’s Economy: Time for the West to Call a Spade a Spade

(stesfamariam.com) The western media and its sponsors have gone to great lengths to present Ethiopia as a democratic nation whose…

11 years ago

Rabbi irkannaa, haqa falmannaa ni moona!

Jireenyi walabnii mirga uumamneefii sarbamne hin jennuu! Tooftaadhaan gabroomnee qabsoon bilisoomnaa kennaa hin eeggannuu! Fafa gabrummaa baadhannee hin teenyu! Harqoota…

11 years ago

Voices for voiceless

(http://voicesforvoiceless.blogspot.se/) Nama tuffatan saree jalatti dhaanu: barbaachisummaan OPDO hanga Woyyaaneen Oromiyaa seentee hiddaan lafa qabattu qofaaf ture: erga hidda gadi…

11 years ago

Oromo Peaceful Protest in Washington D.C., Friday June 19, 2015

A Call to Demonstrate Against the TPLF /EPRDF Tyrannical Regime  Dear All Oromos and friends of the Oromo in the…

11 years ago

Biyyi nuti itti baqanne nu hiraarse jedhu baqattoonni Paris keessaa

Baqattoonni laga meditraniyaan qaxxaamuruu dhaan gara Ferensayitti imalan rakkoo hamtuun isaan mudachuu dubbatu. Mootummaan bakka jireenyaa waan nuu hin kennineef…

11 years ago

“Araa dhabni taanaa maraa dhabamee, Tanaaf ar’a taane gabroota namaa”

Walaloo gabaaba asii gadii kanaa hayyuu,beeka,aalimaa keenya guddaa Sheekh Abubakar Usaman Odaa(‪#‎Shek_Bakrii_Saphaloo‬) tu gaafa lubbuun jiru barreese. Mee dubbisaa ittiin…

11 years ago

Sheek Amiin Ibroo: “Gaalli biyya Oole fakkaata”

Gorsa hayyuu fii jaalatamaa Sheek Amiin Ibroo  

11 years ago

OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!

BAGA GANMMADDAN!!   LAMMEESSAA GACHIISAA LATAA jedhama. Kitaabni kun harka bubbulee ture. Har\a garuu aadaa sabichaan kan bukeeffame,,,,dubbisanis kan hinquufamne....'ASOOSAMA…

11 years ago

Rakkoo Baqattoota Oromoo keeniyaa keessatti

  Mootummaan wayyaanee umurii angoo isaa dheereefachuf fedhii guddaa irrraa kan maddee walii hidhata siyaasa mootummoota olaa waliin qabu bayyee…

11 years ago