bilisummaa

Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa

OMN Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa bakka maatii, waahillaniifi dinqisiifattoonnisaa argamanitti Adaamaatti raawwatame. Sirna geggeessaa Istaadiyoomii Adaamaatti raawwatame…

4 years ago

SEENAA GABAABDUUNUUHOO MAHAMMAD GOOBANAA1952 – 2022Amajjii 19, 2022

Abbaa Urjii tiin: Ji’a Hagayyaa tan bara 1952-a, gaafa Mahammad Goobanaa ilmii barsiisuuf Dirree Dhawaa-rraa gama ganda Warra Alii kan…

4 years ago

Ibsa Ejjannoo Yaa’ii GHO 4ffaa.

Nuti, hirmaattotni Yaa‘ii Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) mata duree „Burjaajii Siyaasa ammee fi Carraa Hegeree Oromiyaa“ jedhu jalatti Ebla 10,…

5 years ago

Warra nu fixaa baheef addunyaan akkatti iyyiti

https://www.facebook.com/nasir.hamza/videos/10158486052769843 Yoo himachuu nurraa suutaami, Nama itti himannuu fii nama nu dhagayu dhabne malee kenyaatu irra darani https://www.youtube.com/watch?v=ZpI3eqxOqiY&feature=youtu.be

5 years ago

Adwa and Abyssinia’s Participation in the Scramble for Africa: Has that Relevance to the Ongoing Oromo protests? Mekuria Bulcha, PhD, Professor

Geerarsa March 03, 2021  1 Adwa and Abyssinia’s Participation in the Scramble for Africa: Has that Relevance to the Ongoing…

5 years ago

NAFXANYAAN GORFAMTEE

Taammanaa Bitimaa irraa Nafxanyaan marfamtee Nafxanyaan gorfamtee Gidiraa saanitiin gonfamtee Harka siif laate nyaattee Qeerroo fi qarree dhaante! Yaa Waaq…

5 years ago

Freedom bells ring somaliland releases oromo man from prison 20 years later

Mohamed Muussaa Gamteessaa ja'ama, dhalataa Oromoo biyya Jimmaa Abbaa jifaara, bara 20 guutu yakka tokkoo malee mana hidhaa Hargeeyssaa keessaatti…

5 years ago

AMMAS CARRAAN BIRAA AKKA NU HIN DABARRE, OFQOPHEESSUUN AMMA

Berhanu Hundee Akkuma Jaal Marroon yeroo tokko jedhe, Impaayarri Itoophiyaa tun raafamtee, bututtee, burkutooftee kufuuf waan dhiyaatte fakkaata. Murni Badhaadhina…

5 years ago

QABAMUU FI AJJEEFAMUU HOGGANTOOTA ADDA BILISUMMAA UUMMATA TIGRAAY (ABUT)

Berhanu Hundee Barreeffamni kun waan dheeraa ta’eef, akka dubbistoota hin nuufisneef, kutaa afuritti addaan baasee akkan dhiyeessu dursee dubbistoota beeksisuun…

5 years ago

Hayyuu fii gameessi Oromoo gara aakiraa deeman

INNAA LILAAHII WA'iiNAA ILEEYHII RAAJI'UUN PROF Mahdii Hamiid Muudee (Abbaan Gaazexaa Bariisaa) Hayyuun Oromoo guddaan gara ganda Aakiratti godaanuun Dhagahame.Nama…

5 years ago