bilisummaa

Afoola Oromoo: Hibboo fii makmaaksa (kutaa lammaffaa 300)

https://youtu.be/yC3YUhOLVVQ Namni Afaanii fii  Aadaa isaa hin beeyne tokko  an Oromoodha ofiin jechuun ......

11 years ago

RSO: Haala hama yeroo Ammaa baqattoota Oromoo Yamanii fii Afrikaa Kibbaaartti raawwatamaa jiru

https://youtu.be/83yetT_k-jg   Gaafiif deebisaa RSO waayee Gochaa suukanneessaa baqattoota Oromoo yeroo ammaa mudachaa jiru ...

11 years ago

ODUU WAAYEE BAQATTOOTA OROMOO BIYYA YAMAN

  BALAA LAMMIIWWAN OROMOO MUDATE   1. Suraaleen lamaan duraa dargaggoota Adan keessatti torbaan dabre dhawan mul'isan (maqaa fi bakki…

11 years ago

Irbuu Gootota Keenya Shinniggaa: Furmaata Hookkara Maqaa Amantiitiin Deemuutti Jiruu

Lammiileen Kiristiyaanaa Itoophiyaa irraa tahan 28 Liibiyaa geessatti bulguuwwan ISISiin gorra’amuun hunda keenya rifaasise. Torbaan lamaan tokko duras Keeniyaa Yuniversiitii…

11 years ago

~Du’a dheefa du’a dheeyxee?

Du'a dheefa, du'a dheyxee... Yaa lammikoo, karaa meeyxee ? Nama keessaa si filattee Goojjo teetii gad darbitee Qeheef maatiin gargar…

11 years ago

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Lammaffaa

                                                       Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan…

11 years ago

B/J/ Kamaal Galchuu: “Qabsoon biyya keessaa finiinaa jirti”

https://youtu.be/pkrb14kfQMI Kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO, guyyaa Gootoota jechuun bara baraan wal afeeranii seenaa gootootaa kaleessa wareegamanii wal yayyaadachiisanii…

11 years ago

Afoola Oromoo: Moggaasa Afaan Oromoo (kutaa 300 irraa ka duraa)

https://youtu.be/4mJ2VF-LwEY Hubachiisa!! Sagantaan barnoota kanaa Raadiyoo Faanaa Sagantaa Afaan Oromoo irraa kan walitti funaaname. Kuusni barnoota kanaa akkaan hedduu waan…

11 years ago