Categories: Aadaa

~Du’a dheefa du’a dheeyxee?

Du’a dheefa, du’a dheyxee…
Yaa lammikoo, karaa meeyxee ?
Nama keessaa si filattee
Goojjo teetii gad darbitee
Qeheef maatiin gargar baaftee
Lagaa gaaraan baaftee buuftee
Baddaaf gammoojjiin labsitee,
Gooroo buttuu si geeffattee ?

Namni hin jiru gooroo buttuu
Iyya keetiif kan dirmatuu
Eega bulguu afaan bantuu.
Gugurraattii bifa hamtuu
Dukkanooytuun foon foonfii nyaattu,
Tan dubartiif joollee gattu.

Ilma namaaf naasuun qabduu
Firaaf diina addan baaftuu
Hin waywaatin kadhaan beeytuu
Eega du’uun sirraan oollee
Du’a Booyyee du’a Saree Maalif duuta akka malee?

Dheeysaa du’uun nuun hin mallee
Haa waraannu garagallee
Eega duuti nurraan oollee,
Du’a dhiiraa du’a boonsaa du’uu malee!

Waan qabduun waliin loli
Irkoo dhabdus goda galii
Dhiiga bulguu dhangalaasii
Keetiif kansiis wali makii laga yaasii
Haftee goototaa tahuukee agarsiisi!!

bilisummaa

Recent Posts

Ethiopian Empire: Socialism and Federalism as Schemes to Avert its Breakup

November 10, 2023 Fatansaa Sulee Shogodoo    The interest of this article is not to do…

3 weeks ago

OROMO CIVILIANS CONTINUE TO BE TARGETED BY FANO MILITIA

Amhara Fano continued to attack Oromo civilians. In this latest incident, at least 17 people…

3 weeks ago

The Impact of Slogan Change on the Oromo People’s Struggle for Independence

Deebitee Kootee Bilisoo October 25, 2023     Note that a political slogan stands for a cause.…

1 month ago

Fano: The Anti-Oromo Amhara fascist Paramilitary Extremist Militia Organization

October 17, 2023 Mallisee Fatansaa Sulee    Recently, a chorus of diaspora Amhara social media, the…

1 month ago

The Oromo Struggle: Unfinished Mission and Unintended Consequences

September 26, 2023 Deebitee Kootee Billisoo During the Abyssinian War of the conquest of Oromia,…

2 months ago

Dr. Yoonaas Birruu, the Mirror Image of Crimes of Genocide Menelik and Haile Selassie Committed Against the Oromo People

Fatansaa Sulee Shogodoo September 20, 2023 As it is clear from hateful and Oromo phobia…

2 months ago