bilisummaa

IRREEECHI AYYAANA EENYUUTI? AKKAMITTI EEGALE?

Qophiin: Urjii Ahmad Ayyaannii Irrechaa Maali?Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu jechuudha.Hikkaa Isaa kanarraa wanni hubannu Ayyaanni kun…

12 years ago

Obboo Abbaa Magaal hikkame jedhu

Waggoota 22oliif mana hidhaa wayyaannee keessatti hidhame dararamaa kan turee Qabsa'aa fi gotichii Oromoo Abbaa Magaal (Jamal Mustefa Adem) gaafa…

12 years ago

Bismillaahi jedhaa jalqaba adeemsaa…

Walaloo Gabaabduu Dubbisuudha Qabdu Bismillaahi jedhaa jalqaba adeemsaa Arrahmaanirrahiim ittisinii aansaa Alhamdulillaahi Rabbi Faaruun kasaa Kan irra nukaaye Daandii Qajeellumsaa…

12 years ago

2015 OSA Midyear Conference – Munich, Germany, March 28-29, 2015

  We are delighted to announce that the 2015 Midyear Conference of the Oromo Studies Association will be held at…

12 years ago

Oduu Muddituu/Breaking News

  Woyyaneen barattoota ganna maatiisaaniitti galan manaa manarra deemtee butaa jiraachuun himame Odeeffannoo har’a (21/9/20014) nu dhaqqabeen, Godina Booraanaa aanaallee,…

12 years ago

Finfinneen Handhuura Oromiyaa Taatullee Addis Ababaan Godaannisa Gabrummaati

Jafer Ali Qabeenya uumaa hunda keeysaa bu’urri guddaanii fii fiinxeen lafa hoggaa tahu oromooniis qabeenya uumaan badhaafame keeysaa guddichi lafuma…

12 years ago

SOMAAN GOOTAA URGAAYEE – 2

                                       …

12 years ago

Ibsa ejjannoo hirmaattota kora 38ffaa TBOJ

  Koraa 38faa TBOJ/UOSG E-Mail: tboj.uosg@gmail.com   Kora 38ffaa Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii(TBOJ)Fulbaana 14 bara 2014 Sa’a booda saatii 12:15…

12 years ago

Waa’ee Oromiyaa kana beektuu Laata?

  Seenaa Abdiisaa irra: Lafti gaanfa Aafrikaa keessatti Oromoon irra tamsa’ee qubatee jiru Oromiyaa jedhamti. Oromiyaan biyya Oromooti. Biyyi kun…

12 years ago

‪#‎YAARABBI‬》

KAN hamtuu keenyaa yaadu Kan saba kenyaa nyaatu Kan aadaa kenyaa ballessu Kan qabsoo kenyaa dhiigu Kan dachee kenyaa saamu…

12 years ago