bilisummaa

LEENJIIN MOOTUMMAA WAYYAANEE TOORA HAAROMSAA FI HAAROOMSA ITOOPHAA JEDHUUN BARATOOTA SADARKAA OL’AANOO FI BARSIISOTA TOKKO TOKKO HIRMAACHISAA JIRU KUN UMMATA OROMOOF MIIDHAA MOO FAAYIDAA ISAATU CAALAA?

  Ragaa qabatamaa yeroo ammaa baratootni keenya lafa kaa’an Duraan dursee qaamni leenjicha kennu sadarkaa barnootaan tuuta akkamiti,Bilchinni isaan sirna…

12 years ago

We don’t expect a free and fair election from TPLF regime on upcoming general election in Ethiopia

By Alemu Hurissa Cartoonist  depiction of the election in Ethiopia All human beings are born free and equal in dignity…

12 years ago

Waajjirri Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman, Haala Yaroo Ammaa

  Kan baqattoonni Oromoo Biyya YAMAN keesa jiraatan irra Sababii Walibu'iinsa Lolaa Kan Mootummaa YAMAN fi Mormitoota biyyattii Jidduu Yaroo…

12 years ago

Walgahiin gargaarsa Oromia Media Network kutaa Iskaandiniiviyaa

Gargaarsa Oromia Media Networkiif godhuuf Oromoonni biyya Sweden kheeysa jiran walgahii guddoo magaalaa Stockholm kheessatti godhan irratti oromoonni Norway akkasuma…

12 years ago

Nama 500 fulbana 14/15/2014 Dooniin qarqara galaana Maaltaatti garaan galtee keeysaa nama 10 qofaatuu mul’atee jira.

Hegeree Oromiyaatiin Kana kan dubbatan Hogganaa dhaabbata Godaanttota Addnyaa Obbo wilyaam Liis Liisiing hoggaa tahuu haalli godaantttonni itti dhumaa jiran…

12 years ago

UN Experts Urge Ethiopia to Stop Using Anti-Terrorism Legislation to Curb Human Rights

A group of United Nations human rights experts* today urged the Government of Ethiopia to stop misusing anti-terrorism legislation to…

12 years ago

Gandummaan Faallaa Oromummaa ti

Guyyaa: 09/19/2014 Duraan dursee barreeffama gabaabaa kana akkan dhiheessuu kan nataasise  yeroo ammaa kaana vedio Obbo Daniel Dafaa Dr. Mararaa…

12 years ago

Mootummaan abbaa hirree wayyaanee uummata Oromoo magaalaa Amboo fi naannoo ishii dararuu fi ukkaamsuun hojii guyyuu guyyuu isaa tahuun daran jabaachaa deemaa jira.

Gabroonfataan mootummaa wayyaanee erga guyyaa tarkaanfiin lukkeewwan wayyaanee fi qabeenyaa wayyaanee irratti irra deddeebiin magaalaa Amboo keessatti fudhatamaa dhufe addatti…

12 years ago

Abbootiin Gadaa Oromoo hangam mootummaa Wayyaaneerraa walaba ta’anii hojjechaa jiru?

  Abdii Boruutiin   Gaafii akka mata-dureetti dhiyeesse kanarratti yaada kiyya otuu hin ibsin dura waa lama galateeffachuun barbaada. Inni…

12 years ago

JIREENYUMA!

Takka gadoo takka oloo Takka rakkoo takka balloo Takka nagaa takka haaloo Takka orraa takka hebaloo Jireenyumaa tunis maaloo! Kuun…

12 years ago