bilisummaa

Gochaa suukanneessaa ummata Oromoorratti raawwataa jiru

https://www.facebook.com/ferhanabdulselam/videos/10220482439405311

6 years ago

MAALTU NU BAASA? YAADA KA’UMSAA!

1. Rakkoon biyya Itoophiyaa waggaa tokkoon as bifa jijjiiratee jira. Akka waggoota darbanii adda dureedhaan rakkoo waa'ee wal-qixxummaa, democracy, kabaja…

6 years ago

Inni silaa hayyuuf eegan yeroo kashlabbetti gadi deeb’iu..

Jaafar Ali qarshii fii taayatan ergamtuu wayyanee ta biyya isa baafteen waan machaawe fakkaata

6 years ago

ABO sammuu ergamtmmaatiin ka jaarameemiti

https://www.facebook.com/ali.yusuf.ali.11/videos/10222975367801903

6 years ago

Oromoota kolaasuuf karoorri Bilxiginna jalaa bahe

Karoorri kun kan Qophaaye ji’a kana keessa. Karoora kana keessatti caasaan paartii gubbaadhaa hanga jalaatti maal godhuuf akka dirqamu bal’inaan…

6 years ago

Xoophiyaan horteen nafxanyaa fii Abiyyi imimmaan kijibaa, kan fedha aangoo, dhangalaasaniif Oromiyaan alatti hin jiraattu.

Waxabajjii 01, 2020 Abbaa Urjii tiin: Gabrummaan (Colonialism) sirna biiyti ykn sabni tokko, burqaa diinaggee tiif, biyya ykn saba biraa…

6 years ago

Gabaasa Humna Addaa Oromiyaa ..

Waan "Humna Addaa Oromiyaa'' jedhamu kana amma dura waa xiqqoo irraa jennee turre. Humni kun eenyu? Eenyuun hogganama? Kaayyoo akkamiif…

6 years ago

Qaajjibboo Nafxanyaa Afaan Oromoo dubbattuun ”mootummaa kiyya” jedhanii waamuun ofumaan of salphisuu dha

Boruu barraaqaatiin Murni ergamtuu Nafxanyaa Oromiyaa irratti fe'amte kan 'Mootummaa Oromiyaa' ofiin jettu Oromoos tahee Oromiyaa bakka hin buutu. Oromoon…

6 years ago

Shira Abiyyii Maqaa Sabboontotaa Ittiin Xureessee Oromiyaa Ittiin Cabsuu Barbaadu

Abiyyi ilmi nafxanyaa erga dhiiga oromootiin aangoo dheebotaa ture argatee kan inni diinoffate ummatuma dhiiga cobsee lafee cabsee aangotti isa…

6 years ago

Ethiopia’s security forces accused of torture, evictions and killings – report

www.theguardian.com Ethiopia’s Nobel peace prize-winning prime minister Abiy Ahmed has been urged to investigate allegations that state security forces have…

6 years ago