bilisummaa

Gareen bara dheeraa maqa qabsootiin ummata keenyatti qoosaa baate tokkoomne jedhu..

GAREELEEN ABO TOKKOOMAN! Namoo Daandii 02.07.2014 18:31 WASHINGTON, DC —Adda Bilisummaa Oromoo keessatti kanneen jalqaba bara 2000tti– jechuun bara 20001 adda…

12 years ago

Oromia: State Broadcaster Fires 20 Journalists for “Narrow Political Views”

The 20 journalists were denied entry to ORTO headquarter on 25 June and were effectively dismissed without any explanations other than their…

12 years ago

obboo Leencoo Lataa Gaaffiin duchisiifte

Bara 1990 moota keessa Leencoo Lataa erga biyya bahee booda,biyya galee deebi'uun isaa ni yaadatama! akkamitti nagaan seentee deebitee? jedhamee…

12 years ago

ESAT Eneweyay with Dr. Tadesse and Ato Temam June 30, 2014 Ethiopia

http://ethsat.com/video/esat-eneweyay-with-dr-tadesse-and-ato-temam-june-30-2014-ethiopia/

12 years ago

Namootni isin footoo ykn suuraa jara asi gaditti argaa jirtan kanneen, namoota yeroo amma kana basasummaan wayyaaneen leenjiftee Ummataa keessatti gadi lakkiftee jirtuudha.

  Loltuu Wayyaannee Agazii jedhamuu keessaatti gara jabainaan lammii isaanii ajjeessaa fi mana hidhaatti waan sabboontoota gursisaa turaniif wayyaannee biratti…

12 years ago

Gareen maqaa qabsootiin ummata keenya yeroo dheeraaf joonjeessaa baate amma waliif galle jedhu..

June 28, 2014 (Oromo Liberation Front) — It is with great pleasure that we announce to our people and the…

12 years ago

OPDOn Oromiyaa Lafa Waloo Taasisuuf Irra Deebii’ee Waadaa Isaa Haaromsaa jira!

Baarentuu Gadaa Irraa  Dhaabni waggoottan 23 darbaniif wayyaanee jala fiigun ummata Oromoo saamsiisaa, hiisisaa, dararasiisaa fi ajjeechisiisaa turee fi jiru…

12 years ago

Gaazexeessitoota 17 Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyona Oromiyaa irraa ari’aman”

26JUN Gaazexeessitoota 17 Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyona Oromiyaa irraa ari’aman. Maqaafi ramaddii hojii gaazexeessitoota 17 kan Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyonaa Oromiyaa irraa…

12 years ago