bilisummaa

Ergamtuu wayyaane kun gaazeexeessitoota Oromoo hojiirraa arihaa jira jedhu

Maqaan isa Zelalem Jemanee jedhaama. Kan dhalaate Godiina Wellaagga lixaatti Hojiin isa jalqaaba poliisi ture booda gara OPDO tti makaamuudhan…

12 years ago

17 Oromo journalists of Oromia Radio and Television Organization (ORTO) have been fired since June 25, 2014.

ORTO journalist are falsely being accused of providing information to diaspora news organizations like VOA, DW, Seif, Eri-tv(Oromo), Oromo Voice Radio…

12 years ago

Gara Oromoota hunda.

    Lammii keenya nagaan haa gayuu.   Hiriira nagaa Hawaasa Oromoo biyya Jarmanii guyyaa 11.07.2014 magaalaa Barliinitti saganteeffame jira…

12 years ago

Barataa HAMBAASAN GUDDISAA GALAA kan jedhamu bara kana Yunivarsiitii Finfinneetti digiriisaa xumuraa nama hojjetaa jiruu dha.

Dargaggoon qaroo kun nama abbaa fi haadha hin qabne namoonni gargaaranii barsiisanii fi bara kana qabxii galmeessisee jiruun namoota waliin…

12 years ago

U.S. senators urge kerry to press Ethiopia respect human rights

In a letter written to U.S. Department of State, Senators Al Franken (D-MN) and Amy Klobuchar (D-MN) Call on U.S.…

12 years ago

Barattoota Qaroo Oromoo 8 irratti Dr. Laaqew Wondimmuu Itti aanaa Pirezedaantii Amboo tarkaanfii hamaa fudhateera.!!

Namtichi Amaarri Laaqew jedhamu kun Yunivarsiitii Amboo keessatti dargaggoo Oromoo irratti badii hamaa fudhachaa turuunsaa bubbuleera. Keessumattuu yeroo itti barattoonni…

12 years ago

The Rise and an Imminent Fall of a Minority Regime-TPLF

(The Tigrean People’s Liberation Front) By David Makuria Western democracy is built on the principles of a majority rule while…

12 years ago

Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu

  Abdii Boruutiin   Haala bar-kurnee lamaan dabranii yoo ilaalle, keessumaayuu ammoo waan bara 2008 hanga 2013 ta’e yoo yaadanne,…

12 years ago

DHAAMSA

ILMAAN OROMOO BARATAA YUNVERISTII (BARATTAN)TAATAN HUNFAAFboqonnaaf gara maatii keenyaa yeroo gallutti gochaa wayyaaneen ilmaan oromoo irratti raawwachaa jirtu lammi kenya…

12 years ago

Galmee seenaa keessaa…

Manni kun gaara mullataa Aanaa gurawaa keessatti argama,  inniis iddoo mootichi nafxanyaa haylasillaaseen mootii lij Iyyaasuu itti hidhe iddoo kana…

12 years ago