bilisummaa

Gochi Minilik sanyii isaa fi Gantuuwwan Oromoo warra Hakka OPDO har’a wajjiin ilmaan Oromoota irratti rawate yoomiyyuu gocha ilmaan Oromoo hin uranfanneedha!

Gochi Minilik sanyii isaa fi Gantuuwwan Oromoo warra Hakka OPDO har'a wajjiin ilmaan Oromoota irratti rawate yoomiyyuu gocha ilmaan Oromoo…

12 years ago

Full confidence from oromo students!!!!

Pirezidaantonni unversiitii garaa garaa irra jiran mirga barattootaa tuquu dhaan osoo barattoonni mooraa keessaa hin ba’in humna federaalaatiif mooraa bananii…

12 years ago

Oduu ho’aa amma nu ga’e

  Kolleejjiin Barsiisota Mattuu yeroo ammaa kanatti dhukaasa waraana wayyaaneetiin raafamaa jirti. Barattootni hedduun karaa nagaatiin gaaffiisaanii dhi'eeffachaa jiran rasaasa…

12 years ago

Eebla 30/2014 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota barattoota Ooromoo..

Eebla 30/2014 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota barattoota Ooromoo M/B Ballaammii sadarkaa 2ffaa fi qopha'inaa fi uummata…

12 years ago

Godina Adda Oromiyaa Finfinnetti dabaluun Heeraa Ethiopia diggudha.

Getachew Jigi Demekssa Daangan Finfinnee Kara Finfinne Marsuu (Ring) ala ba’uu hin qabu Finfinneen ol gudachuu qabdi malee dalga gudachuu hin…

12 years ago

DIDAAFII GORSAA

'' Durdur obboloota lamatu waliin turan jedhama. Inni tokko Gorsaafi kaan immoo Didaa jedhamuun waamamu. Gorsaan hangafa Didaati. Didaa caalaa…

12 years ago

Our UNITED VOICE and UNITED RALLY against the Addis Ababa Master Plan can not be pierced by TPLF bullets

#‎OromoProtests‬ - The TPLF-dominated Ethiopian regime gears up for military response to the nonviolent (peaceful) Oromo Students Protests Against the Addis…

12 years ago

Bar TV Bakkalchaa TV Oromootii….keessatti if laaltaa akka daawitiittii

Wellisaa Mahdii Sheeka-- Tv Bakkalcha jachaa wellisa dhageefadhaa ittin bohara, eebba Tv Bakkalchaatiifis qophaawaa isiniin janna....

12 years ago

Yeroo eenyummaa keenya himannu Amaarsaan hirriba dhaba

Miliyoona 40 himanna, ollaan nu hin beeku, ka nurraa fagoo nu hin beeku...Yoo waayee keenya himmannu Amaarsaan hirriba dhabee akka…

12 years ago

PROF.TEKLEAB S.GALA (PHD): RESEARCH ASSISTANT PROFESSOR,TENNESSEE STATE UNIVERSITY

This was the presentation by Dr. Tekleab S. Gala at the OSA mid year conference on the inter-ethnic conflicts affecting…

12 years ago