bilisummaa

Mirgi Abbaa Biyyummaa Oromoo Heeraan Kennameef Haa Kabajamu jedhu Barttoonni Universitii

Namoo Daandii | April 28, 2014 WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Universitiilee Oromiyaa keessa jiran kanneen akka Univiersitii JImmaa, Haromayaa, Amboo,…

12 years ago

Ethiopia: OPDO pleased with Oromo student protests

April 28, 2014 (Somali Press) — Mrs Aster Mamo, the Deputy Chairwoman  of the regional ruling party Oromo Peoples Democratic Organization…

12 years ago

“SHIROOTAA FI IMPAAYEERA HIWAATOOTAA IJAARUU”

HUNDEE  GAADDISAA (2006)    kutaa 1ffaa: Ebla 28, 2014 Biyya Itoophiyaa jedhamtuf, warri  Imimmaan naachaa cobsan , Qileetti ishee oofaa jiraachuu…

12 years ago

Iccitii “Master planii” TPLF isa 2ffaa.

Marsaa 1ffaa; Tooftaa magaalaa finfinnee babaldhisuu jedhuun jiddu gala Oromiyaa (Showaa) handhura Oromiyaa keessaa addaan kutanii maqaa biraa itti moggaasuun…

12 years ago

Diddaa dhimma Finfinnee ilaalchise gorsa tarsiimoo jawaar muhaammad irraa barattoota yuniversitiif

Diddaa dhimma Finfinnee ilaalchise gorsa tarsiimoo jawaar muhaammad irraa barattoota yuniversitiif Falmaa deemsifamaa jiru daran milkeessuuf qabxiilee armaan gadii qalbifachuun…

12 years ago

BIYYALAATTIS NU QOCHISIIFACHUU FEDHUU?

HUBACHIISA: yaa dubbiftoota walaloo kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, inni amma isiniif dhiyaate kun waggaa kurnan harraa, gaafa 28. 06. 2004…

12 years ago

Baratooti oromoo hedduun hadha pooliisii federaalaan reebamanii jiru.

Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Muktaar kadiir fi hooganaan Farra Malamaltummaa Itoophiyaa Alii Suleemanii magaalaa Naqamteetti guyyaa kaleessaa 26/04/2014 walgayii adeemsisuun…

12 years ago

Barattoonni Yuniversitii Mattuu akkuma yuniversitoota bira FDG irratti sagalee isaanii dhageessisaa jiru

Oduu oowwaa:Barattoonni Yuniversitii Mattuu akkuma yuniversitoota bira FDG irratti sagalee isaanii dhageessisaa jiru. Barattoonni kun mormii FDG irratti qaban sodaa…

12 years ago

Disturbing Images of Oromo Students Injured By TPLF’s Military Police at a Peaceful/Nonviolent Rally in Wallaggaa, Oromia

On April 26, 2014, Oromo students’ nonviolent protest was held at Wallaggaa University against the plan (called the Addis Ababa…

12 years ago

Diinaan hidhamus, reebamus biyyaa fi ummata kiyyaaf waan ta’eef, gochaan diina keenyaa waanan jalqabe irraa duuba na hin deebisu

Diinaan hidhamus, reebamus biyyaa fi ummata kiyyaaf waan ta’eef, gochaan diina keenyaa waanan jalqabe irraa duuba na hin deebisu, ammallee…

12 years ago