bilisummaa

Gootni Kufuus Gootaan Bakka Bu’a !

Bu'ureeffamuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo keeysatti Utubaa Qabsoo kan tahan Qabsaawaa Injiinar Abdullaahii Luungoo bakka bu'aa Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa tahuun…

13 years ago

Politics of power vs the Question of Rights: Reflection on ODF and the fate of Oromia

Politics of power vs the Question of Rights: Reflection on ODF and the fate of Oromia What does this mean…

13 years ago

Muktar Edris Dominates Swiss 10K

April 3, 2013 (IAAF) — Ethiopian rising star Muktar Edris, the 2012 IAAF World Junior Championship 5000m gold medallist and…

13 years ago

Manni hidhaa tokko yoo diigame malee deebi’anii keessatti hidhamuun hin hafu

    Abdii Boruutiin   Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni…

13 years ago

Xalayaa Oromummaa: Qabsaa’ota Oromoo maraaf

    Abdii Boruutiin     Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu.  …

13 years ago

Walhubannoon ABO QC fi ABO Shanee Gumii tokkummaa dhugaatti jijjiiramuu baatnan..

    Abdii Boruu tiin     Haala mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo bar-kurnee lamaan dabranii of duuba garagallee yoo ilaalle,…

13 years ago

Dhaamsa Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaa

    Abdii Boruutiin     Dhaadannoon “Qabsaa’an ni kufa, qabsoon itti fufa” jedhamu kun, waanuma barameef akkanatti dubbatama moo…

13 years ago

Gaddii du’a Gooticha Jaarraa Abbaa Gadaatiin uumame QBOtiif carraa gaariitti jijjiiramuu qaba

    Abdii Boruutiin     Duraan dursee, du’a gooticha keenyaa Obboo Jaarraa Abbaa Gadaa dhagayuu kiyyaaf, akka ilma Oromoo…

13 years ago

Tokkummaa tokkummaa yoo jennu, hiika fi kaayyoo isaa hubannaa?

Abdii Boruutiin Tokkummaa tokkummaa yaa ilmaan Oromoo tokkummaa,...jedhanii artistoonni keenya yoo weellisan;Tokkummaan humna! jedhamee yoo dhaadatamu; tokummaan barbaachisaa qofaa otuu hin…

13 years ago

Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?

    Abdii Boruutiin     Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti…

13 years ago