bilisummaa

Ilmaan Oromoo Galmee Malkaamuu Kinfuu Jalatti Himataman Guyyaa Hardhaa Mana Murtiitti Akka Dhihaatan Beekame !

  #RDH Adoolessa 25 2009 Ilmaan Oromoo galmee Malkaamuu Kinfuu jalatti shororkeessummaan shakkamuun hidhamanii jiran guyyaa hardhaa mana murtiitti dhihaatanii akka…

9 years ago

Dhaamsa baqattoota Oromoo biyya Keeniyaa jiraniif

Biyya ollaa biyya teenyaa taate biyya Keeniyaa(KENYA) keessa baqattoonni Oromoo hedduun akka jiru namuu ni beeka. Ummanni keenya roorroo mootummaa…

9 years ago

Warri shanee ammoo Jawar fi OMN dhabamsiifnu malee jedhanii marxifatanii jiran…

Xalayaa Miseensa Board OMN duraanii irraa ergamte. Maqaan isaa akka hin dhayamne hadaraa waan dhaameef waadaa guutuuf jecha maqaa isaa…

9 years ago

Oromiyaa Lixaa Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Neqemtee kana fakkaatti

Adoolessaa 19/2017 Oromiyaa Lixaa Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Neqemtee Keessatti Guyyaa har'aa Sochiin Warraaqsa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Duullii gabaa lagachuu,…

9 years ago

“Waliso yeroo ammaa kana fakkaatti.

"Waliso yeroo ammaa kana fakkaatti. Opdo n Oromiyaa irraa dhufte akka gaariitti salphattee erga deebitee booda magaalaan akkuma qorritetti jirti."…

9 years ago

GIDIRAA MOO GIBIRAA?

-------------------------------------- Siyaasaadhaaf diinaggeen itti haguugdanii Maal nyaata iyyeessi  qe'ee duguugdanii? Qorsoo gogduu nyaachaa rakkatee baratee rakkoo hedduu obsee sammuufii qaratee…

9 years ago

Xalayaa Banaa PMNO Kabajamoo Obbo Lammaa Magarasaaf

  Bakka jirtutti nageenyi rabbi si haa gahu. Akkuma waliinuu hordofaa jirru ummanni Oromiyaa ammas mormii biraa keessa seenee jira.…

9 years ago

WALLIFTOONNI KEENYA IJA,AFAANII FI DAAWWITII KEENYA!

______________________ -Najiib Zannuun irraa Tattaaffiin walliftoonni Oromoo gama guddina afaanii,aartii fi qabsoo teenyaaf godhanii fii gochaaa jiran himamtee hin dhumtu.…

9 years ago

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Sadaffaa

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee tokkoffaa fi lammaffaa akka gaariitti dhamdhamachuu…

9 years ago

Ethiopian musicians charged with terrorism

The Ethiopian government has charged seven Oromo artists with terrorism for producing and uploading politically charged songs on YouTube.  …

9 years ago