bilisummaa

Xiinxal siyaasaa haala yeroo wajjiin deemuu fii madaala kaasu

Shabboo Miidiya: Seenaa amaarsaa fii gara jabeenya isaanii. https://www.youtube.com/watch?v=MjL1acJzXgc

4 years ago

Finciluun furmaata!

Gocha suukkanneessaa sirni nafxnyaa Oromoo irratti gidduu kana raawwachaa jiran balaaleffachuun Barattoonni Oromoo godina addaa addaa sagalee saba isaaniif ta'uun…

4 years ago

Open Letter to US, AU & EU Special Envoys on the situation in Oromia

His Excellency, Olusegun Obasanjo, former President of the Federal Republic of Nigeria and AU High Representative for the Horn of…

4 years ago

Politics Of Lamentation In Ethiopia: Ethnic Elite’s Politics For Resources And Land Through Power

By Daniel Behailu Overview of Ethiopian Politics  Africans have always complained that their resources are looted by colonial powers (in the…

4 years ago

Siyaasaa fi amantii

Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra hedduun isaanii maqa balleeysii amantii…

4 years ago

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. Kitaabni seenaa isaatiif barraawees ni…

4 years ago

Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa

Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: "Seenaa Gammachuu Qamalittii" isiniif dhiyeessa.…

4 years ago

“Wal dhabdeen siyaasaa mariin malee madfiidhaan hin furamu.”

Dhumaatiin ummataa Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti maaf hin dubbanne komiin jedhu hedduutu dhufa. Gama tokkoon komii sirriiti. Gama biraan…

4 years ago

SEENAA GABAABDUU ALII BIRRAA (1948 – 2022)

Sadaasa. 06, 2022 Abbaa Urjii tiin: Umama isiirraa kaasee Xoophiyaa kan jaare, diinarra ittisee fii adunyatti beeysise Oromoota. Warra jaarinsa…

4 years ago

Yaadannoo keessatti: Alii Mohammed Birraa: Jireenya, Bilisummaa, Legend

Ezekiel Gebissa Yaadannoo keessatti: Alii Mohammed Birraa: Jireenya, Bilisummaa, Legend Adoolessa bara 2012, Alii Mohammed Biraa, weellisaa, qindeessaa, fi walaleessaa,…

4 years ago