Aadaa

Dubbatan dhugaa dubbachuu Maali Aangodhaaf wal nyaachuun ?

  Wallisaa Abdi Fadiis . Cairo Arab Al-Maa'adii Egypt . Waxabajjii 13/2015

11 years ago

Wallee Haaraa Dhiyeenya kana Dargaggoo Amansiisaa Ifaatiin Qindaa’ee Weellisaa Hacaaluu Hundeessaatiin haala Ajaayibaa ta’een Weellifame irratti Yaada Kiyya.

  https://youtu.be/x1_oSTg01DI Akkuma Baayyeen keenya dhageenye Walleen Kun kan xiyyeeffate Oromoo Magaalaa Finfinneetti marsanii turan Maatii Warra Galaan ykn Qomoo…

11 years ago

GOOTA MURTII DHUGAA……!

  Hayyuu meeqa kan biyyaaf abdatame, Du’aa jala bu’ee humnaan nurraa saamee, Diinaatu aagibeeysee ifaan saanii dhaamee, Guyyaa akka malee…

11 years ago

Rabbi irkannaa, haqa falmannaa ni moona!

Jireenyi walabnii mirga uumamneefii sarbamne hin jennuu! Tooftaadhaan gabroomnee qabsoon bilisoomnaa kennaa hin eeggannuu! Fafa gabrummaa baadhannee hin teenyu! Harqoota…

11 years ago

“Araa dhabni taanaa maraa dhabamee, Tanaaf ar’a taane gabroota namaa”

Walaloo gabaaba asii gadii kanaa hayyuu,beeka,aalimaa keenya guddaa Sheekh Abubakar Usaman Odaa(‪#‎Shek_Bakrii_Saphaloo‬) tu gaafa lubbuun jiru barreese. Mee dubbisaa ittiin…

11 years ago

OBS: QE’EE OROMOO – CALII CALANQOO

"DUBBII MIILLA BAKAR WAAREE, QABSAAWOTA MURTII GUTOOO ". FILMII HAAWWATAA FI SEENAA DHUGAA IRRATTI HUNDAA'EE. DAAWWADHAA

11 years ago

Diinnii Maal Balleesse?!

Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa'i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu…

11 years ago

Walaloo Afaan Oromoo Guduruu Gaammee

https://youtu.be/6FKau_aTnHo

11 years ago

Kan baraanaa baasaa..

Abbaa Morkaa Walaloo Kan baranaa raaja Yoon taa'ee ilaalu. Bona barbadeessee Ganni galuun'oolu. Maseennis foolatee Lakkuu dhaluun oolu. Bara wanni…

11 years ago

Kun munaafiqa

Gammachuun fagaatte Gaddaan bakka buutee Lubbuun miskiinnani Yakka malee dhumtee Badii hin hojjannee Du’aan adabamtee Harmee tee ilaaltee Garaan si…

11 years ago