Aadaa

Gucnii kee hin dhaamnee

  Gucnii kee hin dhaamnee Xamborii kee xiqqashoon daamootiin kee diqqayyoon Kan dukkana roba kessa gaafas calaqqisttee Dhimimissaa cimaa kan…

11 years ago

KULKULFATA – ASOOSAMA

Barreessaa:- Saphaloo Kadiir KUTAA LAMMAAFFAA(2) Mooraan koollejjichaa yeroo dheeraaf faanaa fi hafuura namaa dheebottee turte, torbaan kana namoota umrii garagaraa…

11 years ago

Wayyoo Anaa Nyaatu

  Guyyaa 7/11/2014 Fayisa Tasfayee irraa Mirga qabdan fayyadamuun hiriira baatani buqqa'uu Oromoo nagaan mormtitani kanan dhugahu kun dhugumaa?dhuguma akkas…

11 years ago

Biddeenaas, marqaas, paastaas, shuumoos…qurxummii bishaan Abbayya keessaa oowwituu qabamte isiniif qabna

Hegeree Oromiyaatiin Misra; magaalaa Kaayroo keessatti mannni nyaata Oromoo baname Gammannee Gammadaa Gutuu Ilmaan Oromoo Hundaan waytaan Ja`u gammachuu guddoo…

11 years ago

FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA “QURXAMA”

Tujubee Kuusaa 04.11.2014 20:50 WASHINGTON DC— Fiilmiin afaan Oromoo haaraan kan mata dureen isaa Qurxama jedhu dhiyeenya kana eebbisamee jira. …

11 years ago

Dammaqii saba koo !

 By Hawi Olani Kesesa Ashama ashami jirtuu jadhetan eegala Mootummaa norwayeen galatooma jedha jechako jalqaba Oromoon dhiphatee galgalaaf ganama gadi bu,’aa…

11 years ago

Guyyaa har’aa aada ummata bareeda ‪#‎Oromo‬ ‪#‎Hararghee‬ isiin wal barsiisa kan beekuu ammo isiin yaadachiifnna

Barruu keenyya kana ammoo akka ‪#‎Share‬ fi ‪#‎Like‬cuqaasttanii hamilee dhan nuu jajjaabeesitanii ammas Seenaa babbareeda isiniif akka dhiheesinuu asumaan waada…

11 years ago

Fuudhaa fii heeruma Aadaa Oromoo

Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta'een karaa addaddaatiin ibsata.…

11 years ago