Wanti waaqni nu umeef bilisaan akka addunyaa kana irraa jiraannuf. Garuu namni humna walii wal irrattii ilaalachuun dantaa mataa…
Hin seenu mana san haaloon irraa qaba Waan baay'ee na miidhan aariin garaa qaba Tokkoyyuu hin dagadhu ani gocha…
Jajjabee Biyya keessaa ~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama sammuu hiyyoomeedha! ~ Beekaa jechuun nama dogoggora…
Duraa otuu barruu keenyya kan har'aa kana hin dubbisin waa isiin yaadachifnna! Akkuma beekamuu ummanni keenyya wagga waggan ayyaana irrechaa…
Qophiin: Urjii Ahmad Ayyaannii Irrechaa Maali?Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu jechuudha.Hikkaa Isaa kanarraa wanni hubannu Ayyaanni kun…
KAN hamtuu keenyaa yaadu Kan saba kenyaa nyaatu Kan aadaa kenyaa ballessu Kan qabsoo kenyaa dhiigu Kan dachee kenyaa saamu…
Takka gadoo takka oloo Takka rakkoo takka balloo Takka nagaa takka haaloo Takka orraa takka hebaloo Jireenyumaa tunis maaloo! Kuun…
Rooba keessa dhukkee kaasuun wahi jirtiiSabaaf kan if kanne lubbuusaa takkittiiGoonni dirree jiraa hin riphne manattiiKunneen 'facebook' gubbaa olola afuuftiiGurratti…
Halkan Nutti Cimee Dukkannis Hammaatee Dukkana Ulfaatee Bineensi Nunyaatee Ifa lafa Yaadnee Eegganees Nidhabnee Aduun Calaqqistuun Irribaa Nuu Hinkaafne Lukkuun…
Abdii hin kutatin teessee hin hifatinHiraarteen cinqatin ustee hin rakkatinIfiin if eergartee Nama hin komatin!Osoo human qabduu odoo yeroon jirtuuKan…