Aadaa

Abjjuun Baraa Dheeraa!!

Walirrati hin duullu galiin teenya takkaa Kha hojjatuu tolcha kha hojatuu tolchaa Jalallee Dabarttee yoo namani waa yakkee Aanaa dhaatu…

13 years ago

Koottu Oromtitti tiyya…..

Shaggooyyee tanaan haarayoomsa bilisummaa.com, bilisummaa, fii oromoheritage.com isin simannaa...diraamaa, walaloo suur & sagalee jiruuf & jireenya saba Oromoo bifa haarayaan…

13 years ago

Our Heroes, Our Pride

Oromo Community Ireland celebrated the 2013 Oromo Patriot’s day by renewing their commitments and promises to the fight against Abyssinian…

13 years ago

Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa

Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa Badee xifaa akkan taane dhiignni goota maraa Seenaa gootota kheenyaa dhiigaan barreeysinaa Akka…

13 years ago

Qabsaawaan Ni Kufaa, Qabsoon Itti Fufa!

Irraanfachuu hin qabnuu hogguu haa yaadannuu, Haa wal yaadachiifnuu namuu haa qaabannuu, Waan dhaammatan qabuu gootowwan kaleessaa, Kan haqamuu hin…

13 years ago

MURNA AFANFAAJJII

  Sab-boonaa-sab-boontuu, kan dubraa-dardaraa Manguddoo Oromoo, hawwanii fi dhiiraa Mee yaadhaa dhiroo seenaa  bara dheeraa Hangudaay gabbataan lafa daabbaa mayraa…

13 years ago

Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?

    Abdii Boruutiin     Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti…

13 years ago

Ololli fi duulli itti heddoomus, qabsoon bilisummaa Oromoo galii hawwamu otuu hin gahin hin hafu

    Abdii Boruutiin   Mee ofis walis haa gaafannu: Qabsoo bilisummaa saba bal’aa dhiisii, waanuma fedhee yoo ta’e, wanti…

13 years ago

Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?

    Abdii Boruutiin   Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota…

13 years ago