Afaan Oromoo

Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa

Rooba gaffaa akkan taane wareegnni nuun duraa Badee xifaa akkan taane dhiignni goota maraa Seenaa gootota kheenyaa dhiigaan barreeysinaa Akka…

13 years ago

Qabsaawaan Ni Kufaa, Qabsoon Itti Fufa!

Irraanfachuu hin qabnuu hogguu haa yaadannuu, Haa wal yaadachiifnuu namuu haa qaabannuu, Waan dhaammatan qabuu gootowwan kaleessaa, Kan haqamuu hin…

13 years ago

Afaan Ofii barachuun manarraa eegala

  Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata.…

13 years ago

MURNA AFANFAAJJII

  Sab-boonaa-sab-boontuu, kan dubraa-dardaraa Manguddoo Oromoo, hawwanii fi dhiiraa Mee yaadhaa dhiroo seenaa  bara dheeraa Hangudaay gabbataan lafa daabbaa mayraa…

13 years ago

Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?

    Abdii Boruutiin     Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti…

13 years ago

Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?

    Abdii Boruutiin   Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota…

13 years ago

Qubeen Afaan Oromoo mallattoo bilisummaa ti, dhalootni qubee ammoo abdii egeree ti

    Abdii Boruutiin     Waggoota afurtama dura, yeroo Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa jedhanii dubbatan sana, Afaan keenya haala…

13 years ago

Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?

    Abdii Boruutiin     Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef;…

13 years ago

Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?

  Afaan Oromoo Afaan ittiin dubbatamu malee Afaan ittiin barreeffame akka hinturin hundi keenyaa kanuma beeknu fi kan seenaan illee…

13 years ago

Daldaaltota dhiigaa

  Tuesday, 03.26.2013, 04:39am (GMT) daldaaltota dhiigaa Bitamee gurguramee Qarshitti gedderamee Dhigatu daldalammaa Bu\'aatu irraa argamaa Bara dhigni qaala\'e Gabaatu…

13 years ago