Afaan Oromoo

Gubbaan sabboonummaa Oromoo fakkaachaa Keeysa dhooyfattanii Haala mijjeeyfachaa

Tortora haasawaa Tola fakkeessuu Summii baattanii Nutti gad facaasuu Guyyaa jara fakkaachaa Galgala nu fakkaachuu Afaan damma dibattanii Nuun sossobachuu…

7 years ago

Mijuu – Kuusaa Furaa Jechoota Afaan Oromoo

Barreeysaan kitaaba kanaa Abdurashiid Abdurahmaan (Abbaa Urjii) https://www.facebook.com/abbaa.urjii/videos/2291391827546993/

7 years ago

JECHOOTA GAMNAA KUTAA 11FFAA

Waa sadi jabeessi; tattaafadhuun 1. Hojii 2. Barumsa 3. Abdii *** Waa sadiin namatti dondhoomin 1. Nagaa gaafachuu 2. Haasaa…

7 years ago

B A G A  I T T I I N   I S I N  G A H E !

Bara gaarii - bara guddinaa Bara balleeysinu shiraa fii jallina Bara tokkummaa -  bara nageenyaa Bara lagannu wal jibbaaf hammeenya!…

8 years ago

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Shanaffaa

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee dabran afran akka gaariitti dhamdhamachuu keessaniif,…

8 years ago

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Afraffaa

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee dabran sadeen akka gaariitti dhamdhamachuu keessaniif,…

8 years ago

Gaafa agabuun dhufe soorree beela baafnee..

Gaafa agabuun dhufe soorree beela baafnee, Garbuu nyaachifnee annaan mi'ii obaafnee, Isaa nama hin fakkaanne nama fakkeessinee, Gara laafina keenyaan…

8 years ago

Jibbaafi Jaalala

Hawi Anole ~ Hag/2017 ---------------------- Yunivarsitii Tokko Keessatti Barsiistuun Muummee Xiinsamuu barattoota isheetiif barumsa isaan yoomiyyuu hin irraanfanne kennuu barbaadde.…

8 years ago

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Sadaffaa

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee tokkoffaa fi lammaffaa akka gaariitti dhamdhamachuu…

8 years ago

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Lammaffaa

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaa tokkoffaa akka gaariitti dhamdhamachuu keessan waanan…

8 years ago