Categories: Afaan Oromoo

Gubbaan sabboonummaa Oromoo fakkaachaa Keeysa dhooyfattanii Haala mijjeeyfachaa

Tortora haasawaa
Tola fakkeessuu
Summii baattanii
Nutti gad facaasuu

Guyyaa jara fakkaachaa
Galgala nu fakkaachuu
Afaan damma dibattanii
Nuun sossobachuu

Gubbaan sabboonummaa
Oromoo fakkaachaa
Keeysa dhooyfattanii
Haala mijjeeyfachaa

Maqaan #addisuu
Kan namuu faarsu
Hojiin tee qabatamaa
Yoomuu ni jibbama

Hin turre erga muudamte
Arra guyyaa lamaa
Seenaa xureessuuf kaate
Takka jachaa dhiifama

Ilma maqaan shimallis
Atiis fira habashaa
Goobanaa nutti faarsuu
Hin fudhannu yaa qushaasha

Garaan keeysan gurraacha
Keeysi hin mullatuu
Jalaa hanga gubbaa
Humtuu namaa galtu

Quuqamaa akka #lammaa
Quuqamtuu akka xayyibaa
Isaan achii kaasuunuu
Garaa keenya nu gubaa

Jara ummanni jaalatu
Kan oromoof dhaabbatu
Firraa fageeysitanii
Oromoo diiguuf kaatanii

Hattuufii gantoota
Amanummaa hin qabdanii
Kan guyyaa tokkotti
Ija ummataa buutani

Meeyraa Muhaammad from harargee

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

1 month ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

1 month ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

1 month ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

1 month ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago