Amantii

Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filaman

Yaa'ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa Lammaffaa har'a geggeeffamaa jiruun, sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru. Gumiin…

4 years ago

Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu!

https://www.youtube.com/watch?v=qtFdssSoS0I

4 years ago

Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira

Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii…

4 years ago

Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba

Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce'umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga'aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan…

4 years ago

Dhaloota akkanaa taanu malee Itti gaafatamummaa seenaa jalaa hin baanu

Maqaa fi Gumaacha Hayyuu, Qabsaawaa hangafaa fi Abbaa Qubee Afaan Oromoo kan tahe Dr Sheek Mohammed Rashaad Abdullee tiif beekkamtii…

4 years ago

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee

Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur'aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti. Sagantaan dorgommii…

4 years ago

Majlisa keennaaf nama bakka nu bu’u filanne, seeraafi heera eegsisuun, sagalee ummataa kabachisiisuun qaama ilaallatu bira jira!

ila Duula marumatu duula,daboo marumatu itti bobba’a, kan hinjifannoon galu garuu muraasaa beeki! Namtichi biyyaa teennaafi Amantii jeeqe,nama walitti naqe,islaama…

4 years ago

Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman

Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har'a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree…

4 years ago

Eeyba masjiida magaalaa Dadar

Hawaasni koo kan Magaalaa Dadar Baga Rabbiin Mana isaa isin badhaase! Madda imaanaa fi Ilmiin irraa hin citne isiniif haa…

4 years ago

Oromoon kan akkatti yaadu osoo qabduu gabrummaa jala buluun qaanyi

https://www.facebook.com/403470183396557/videos/897407550732535/?t=11 Gorsa dhama qubu, kan Oromoo fayyaddu.. haala yeroo ammaa Majlisa muslimaa jiddutti deema jiru Ustaaz Suufiyaan Usmaaniin

6 years ago