Paartiin keenna KFOn guyyaa har'aa Waxabajjii 4/2014 ALI. caasaalee godinaa dhiibbaan waggoota lamaaf jalaa diiggamanii laaffifamanii turan deebisee ijaarutti jira.…
WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti, Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal…
Haxeerarrii Hasawa Jawaar Mohammed kan guyyaa arraa magaalaa guddoo biyya Suweedin Stookholmitti godhe keessaa hanga tokkko 1ffaa An isin sobuu…
Ibsa Ajaja olaanaa ABO-WBO Waltajjii hawaasni qopheessu irratti namooti dhuunfaa ejjennoo dhuunfaa isaanii haasaahanis, ejjennoo isaaniif kan gaafatama guutuu fudhatu…
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii Kongiresii Federaalawaa Oromoo…
Shabboo Miidiyaa: xiinxalaa siyaasaa maali mallisaa? Gaammee Galgaloo. Dubbiin Oromoo eessatti akka baddee baruu yoo barbaadde Sirritti caqasi! https://youtu.be/nivHhbwmEZs
https://www.youtube.com/watch?v=bK1bv4DuFPs Qaanqee show Habtaamuu: Ittaanaa fii Jawaar dhimma loltuu ABO laalchisee maal jechaa turan?
Addi bilisummaa Oromoo (ABO)’n xalaayaa waxabajjii 06, 2022 dura taa’aa Kongirasii Federaalistii Oromoo, Piroofeesar Mararaa Guddinaatiif barreesseen, Itti aanaa dura…
"Utubaan haga dhiiban qaba, haga dhiisan qaba" jedha Oromoon. Faranjoonnis " enough is enough" jedhu. Waan hinhubanne keessatti gubachuun gowwumaadha.…
Daldalli yeroo dheeraa itti daldalaa turan ka gaheef hin fakkaatu......jajjabduu dhufaa jirti... Gareen maqaa ABOn "qaca fii shaneetti adda baate…