Oduu Oromiyaa

Prof. Asafaa Tafarraa Dibaabaa baga gammadde/baga gammanne..

Prof. Asafaa Tafarraa Dibaabaati! Dhaloonnisaa Macca. Barreessa kitaabota hedduuti. Maatii qotee bulaa keessatti dhalatee guddate. Hayyuu kanarraa gadi taa'ee baradheen…

11 years ago

To Mr. António Guterres, UN High Commissioner for Refugees (UNHCR)

Mr. António Guterres, UN High Commissioner for Refugees Case Postale 2500 CH-1211 Genève 2 Dépôt Switzerland   Your Excellency Mr.…

11 years ago

Masjiidaa fi Jon kerii :: !!!!! :

  Hegeree Oromiyaa Kan argaa jirtan kuni Masjiida guddaa Jibutiiti keysa isaati . Kan gara Minbaratti dhihaatee taa'aa jiru kuni…

11 years ago

Ummatni Oromo Caamsaa 02, 2015 Oromoota 50 ol ta’an hidhaa keessaa baase.

Oromiapress Ummatni Lixa Oromiyaa Ona Haroo Limmuu keessatti argamu Caamsaa 02, 2015 galgala walgurmeessee lammiilee Oromoo 50 ol ta’an hidhaa…

11 years ago

Oromoo Hidhuu fi Ajjeessuu Araada Kan Godhate Mootummaan Abbaa Irree Wayyaanee, Sabboonticha Oromoo Barataa Urgeessaa Daammanaa Guyyaa Har’aa Ukkaamsee

Qeerroo.org, Finfinnee Mootummaan Abbaa Irree EPRDF/TPLF yakka tokko malee ilmaan Oromoo sabboontota ta’an ukkamsaa jira. Haala kanaan, guyyaa har’aa sabboonaan…

11 years ago

Ummata keenya amantaan gargar foohanii ajjeesuun hedduu na sukanneesse..

Artist Dr. Ali Birra Gochaalee suukanneessaa baqattoonni Keenya yeroo ammaa mudachaa jiruu laalchise  

11 years ago

As Oromo Refugees in Yemen-Aden…

Subject:   Only, the Oromo Refugees are still caught up under the fire and critical circumstance and also expecting an imminent danger…

11 years ago

Lubbuun keenya balaa keessa jira jedhu baqattoonni Bangaazii Libyaa keessa Jiran

WASHINGTON DC— Baqattoonni Libya Bangazi keessa jiran haala hamtuu keessa jiraachuu dubbatu. Bakki isaan yeroo ammaa jiran bakka ISIS baatii…

11 years ago