Hegeree Oromiyaa Ebela 15/2015 Godaanttonni Ethiopia namni 19 qabamee harka Motummaa Masrii jiraachuun isaanii gabaafamee jira. Akka gaazexaan Sagalee "Nubaa…
Ilmaan Oromoo sadarkaa gara garaa keessatti dirqamaa fi imaanaa jaallan wareegamanii fudhattani qabsoo roga hundaa gaggeessaa jirtanii fi walumaa…
Hookkarri lammiilee biyyoota Afrikaa biroo kanniin Afrikaa Kibaa keessa jiraatan irratti xiyyeeffate torbaan kana keessa babal’achuu isaati kan gabaafame. Lammiileen…
Haala hamaa Baqattoonni Oromoo Biyya Yemen Keessa Jiran ,,,, Nuti Baqattoonni Oromoo Biyya Yemen haala akkaan Sodaachisaa keessa jirra dhugumattuu …
Nuti akka nama bishaaniin liqimfamee harka ola qabaa jiru waan tahee nutti dirmadhaa!! Addunyatti nuuf iyyaa!! jedhu baqattoonni Oromoo ka…
Qabxii doktortichaa... https://youtu.be/QEx09ePIkkE 1. J/Jaarraa Abbaa Gadaa kan itti duulee balleesse joolluma harageeti malee nama biraamiti. 2. Siyaasaa fii amatii…
https://youtu.be/OUSupRpj8oo
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti…
Raadiyoo Dandii Haqaatiin {RDH} Roobi Bitoteessa 30 /2007 Dhalattoota Oromoo kan Ta’an Obboleewwan keenna lakkoofsaan 40 kan ta’anii fii…
[rev_slider hos] Korri hawaasa Oromoo Suweedin 14ffaa magaalaa muummitti biyya Suweedin ta lammaffaatti"Goteborgtti" tahe kun yeroo jalqabaatiif ilmaan Oromoo boyyoota…