Haala hamaa Baqattoonni Oromoo Biyya Yemen Keessa Jiran ,,,,
Nuti Baqattoonni Oromoo Biyya Yemen haala akkaan Sodaachisaa keessa jirra dhugumattuu haalli amma keessatti argamnu dhugaan suukaneessaadha Rakkoon Amma biyyattii keessatti Uumame Isa boroota Darbeerraa adda Kun baqataadhaaf dhumaatii lubbuu Malee kan carraa biraa hin irraa gara magaalaa biraatti sosso’uufis keninee dha. Sababnis baqattoonni kun bakka jiran irraa gara biraa biyyattii keessa Sosso’uun dhoowwaa waan taheef. kunis Sababa hallellaan xiyyaaraa guutummaa biyyattiitti gaggeessu irraa kan ka’e. carraan baqattoonni Oromoo qaban Daandii gubbatti dhumuu qofa tahuu Oromoon hubadhaa.
Oromoon Abbaa dhabuun lubbuun Lammii Oromoo saree hanqattee lammiin Oromoo Mana hidhaa Keessatti rasaasaan Ajeefamuun gaafatama Oromoon dhabuu akeeka Adunyaa tana gubbaa jaarmayaan dhiiga oromoof falmu Lammii oromoo Irraa kaasee dhabamuun dhiigni lammiiwwan oromoo bakkaayyuu mixiin lafaa arraabuu agarra sabni bal’aan kun dhageettii dhabee saba bicuu gaditti tuffatamee jiraachuun qaanii guddaa osoo tahee jiruu Nutis walii hadooddiin dhabamee Gurra walirraa cifachuun Du’aaf wal saaxiluun gatii hin qabaatu qofa carraan jiru
Kashlabboonni amaara dhala Oromoo (Taakkalee Uumaa) DC keessatti akkasitti xiqqeessuu isaanii ijaan arguun onnee nama…
USA Welcome Corps Program Tibbana Ameerikaan sagantaa godaansaa / Immigration Program/ tokko ifoomsitee jirti. Sagantaan…
Tensions in the Wollo Oromia Special Zone (located in the Amhara Region, Ethiopia) have flared,…
Map showing part of the locations where the latest violence is ongoing Addis Abeba – Residents…
NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in…
Barsiiaan Kana Hinjedhu! “Biyyattii kadhaan xurumbaa, biyyattii dibbeen sagadaa iyyee dhikkisu keessatti; lafattii maqaa dhala…