Oduu Oromiyaa

Ibsa Miseensota Adda Bilisummaa

Oromoo Godina Kaaba Ameerikaa Mootummaan  dargii    kufe    erga    wayyaanneen    Aangoo    qabatee    waggaa    sadii    guutee    osoo    hin    turni    ummata    miliyoona    torbaa  …

11 years ago

Short Oromo Film- Mr .Master killer

Fiilmiin kuni waa’ee ” Master Plan” Maastar Pilaanii lafa Oromoo fi Duguggaa Sanyii Saba Oromoo irratti godhuuf gabroomftaa TPLFn labsame,…

11 years ago

IBSA WALGAHII KHR-ABO

Koreen Hoji-raawwachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo Guraandhala 19 – 23, 2015tti  teessuma qabaate. Erga ABOn tokkoomee walgahiin akkasii tahuuf kun kan…

11 years ago

Waa’ee Koree Caayaa wal qabate hubachiisa

Jaallan Gaddaa/Ayyaantuu.com Nagaan haa dursu Rakkoo Kaayroo keessaa jechuun Koree Caayaa baqattoota Oromoo biyya Masrii waan facaase dubbisnee jirra .Nuhi…

11 years ago

Oromos face chilling oppression in Ethiopia

In Ethiopia they live like animals, relentlessly persecuted, hunted down like games, killed at will and incarcerated en masse. No…

11 years ago

Afeerraa Walgahii Hatattamaa Tokkummaa humnoota bilisummaa Oromiyaa ULFO  irraa  dhihaate.

27/02/2015 060/01//2015       Gara Oromiyaa midea Netwok     Dhaabbiilee siyaasaa kan bilisummaafii walabummaa Oromiyaa tiif qabsaawaniif. -Gootota…

11 years ago

Qube Afaan Oromoo (oromo language) and Ethiopian government discouragement.

Qube Afaan Oromoo (oromo language) and Ethiopian government discouragement. Gezahegn Lemma Fituma/ feb 28 There have been times in history…

11 years ago

Ibsa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo Godina Awurophaa.

  Guyyaa 24-02-2015 Nuti miseensoni Adda bilisumma oromoo godina Awuropha hala dhiyenaa kana matan motummaa wayyannee kan ta.e abbay tshayen…

11 years ago

Walaloo: Waanjoo Gabrummaa

Najiib Zannuun

11 years ago

Gootonni Dargaggoonni Oromoo Jimmaa Warraaqasa Bilisummaa Finiinsuun Diddaa Kaasan,Poolisoonni Oromiyaas FDG Tumsan

  Waldorgommii Ispoortii Akka Oromiyaatti Magaalaa Jimmaa irratti gaggeeffamaa jiruun wal qabatee Guyyaa hardhaa Magaalaan Jimmaa Wallee Warraaqsaa FDGf uummata…

11 years ago