Oduu Oromiyaa

NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!

Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan. Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon…

11 years ago

Sadaasa 20,2014 Sagalee Diddaa Gootota Qeerroo,Barattoota Oromoo Yuuniversiitii Wallaggaa

Sochiin Warraqsaa FDG Sadaasa 20,2014 galgala har’aa Mooraa Yuunibarsiitii Wallaggaa keessatti gootota barattoota Oromootiin qabsiifame hanga halkan keessa sa”aa 4:00tti…

11 years ago

Six men gang-raped me and walked free, narrates woman

November 21, 2014, Nairobi (Standard Digital News) — I came to Kenya as a refugee in October 2010. I had…

11 years ago

OMN: “Joohariin akka feetan balaaleeyfadhaa malee OMN amantii, kutaa fii gandaan hin yakkinaa”!!

Haalaa hamii fii jatte jattee dhiheenya kana sabaa himaa Oromoon Jaarte (OMN) keessatti dhalaterra hogganootiin OMN miidhaa kana wal'aanuu fii…

11 years ago

“OPDOnlleen OMN keessa hojjatuuf mirga qabdi” jedhu bulchitoonni OMN

Haala yeroo ammaa OMN irratti deemuu laalchise bulchitoonni OMN gara Paaltookin ummataaf ibsa kennan. Deggarttoonni OMN eega hamii fii jettejetteen…

11 years ago

(I.F.L.O) Shoorakeessuuf yeroon isaa dhumee jira.

Waan hin barreeyfamin Dubbisanii sodaa hin jirre Uumuudhaan Mooraa Qabsoo A.I.B.O   (I.F.L.O) Shoorakeessuuf yeroon isaa dhumee jira. Ibsa Koree Dandamachiiftuu…

11 years ago

Baqattoonni Yemen dararaan nu irratti raawwatamaa jira jedhu

November 14, 2014, WASHINGTON DC(VOA Afaan Oromoo) — Baqattoonni Oromoo kanneen Yemen keessa jiraatan yeroo ammaa rakkoo keessa jiraachuu isaanii…

11 years ago

OLOLA OMN IRRATTI OOFAMAA JIRU ILAALCHISEE IBSA HOOGGANSA OMN IRRAA KENNAME.

Guyyoota muraasa dabre kana ololli hogganootaafi jaarmaya OMN maqaa xureessuu irratti fuulleffate gama adda addaan oofama akka jiru ni beekna.…

11 years ago

Hijaaba yookiin fooxa yoo firra hin fuune OMN keessa hojechuun hin dandayamu

Sabaa himaa OMN garam deemaa jira..maaltu keessaa buubbisaa jira, dhuguma ?   MNO

11 years ago

Beeksisa Waamicha Walgahii Amajjii Guyya WBO Amajjii Guyya 3/01/2015 Ilmaan Oromoo biyya Swedin magaalaa skara fi Naannoo isii jiraattanif kuta Skandinivia Jiru hundaaf Waamicha walgahii konyaan ABO ayyantu Dagaa kabajaan afeera,

Qabsoo Bilisummaa Oromoo tan ABO gaggeefamtu keessatti Guyyaa seena qabeessa tahe Yaadannoo Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO) fi simannaa bara 2015,Amajjii…

11 years ago