Manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi Qophaainaa keessatti barattootni Oromoo goototni imaanaa gootawwanii tiksan gaaffii abbaa biyyummaa itti fufuun magaala Gimbii…
Maali yaa lammiikoo maaf teessa Gommitee Naannowaa Finfinnee alagaaf qircitee Ka’i malee ka’ii !! ka’ii wal kakasii!! Kan si nyaachuuf…
We are in agony and they are in ecstasy ************************* Following the peaceful demonstrations held by Oromo students in nine…
Namoo Daandii 30.04.2014 18:32 WASHINGTON, DC — Kanneen bulchiisa naannoo Oromiyaa keessatti argaman manneen barnootaa sadarkaa ol’aanaa fi sadarkaa lammaa, walumaa-galatti…
Uummanni Amboo Waraanni Wayyaanee Dhiha Oromiyaa Wallaggatti Akka Hin Dabarreef Bakkoota 16 ol ta’anitti mukkeen guruguddaa jigsuun gootummaan dura dhaabbatan…
Uuuuu iyyaa wal kakaasaa umanni Oromoo barattooni keessan dhumaati jiru, maal ilaaltani teessu guyyaa har'aa barattoonni Oromoo universiti Diree Dawaa…
Oromo be unite Oromo be unite Struggle for our right Future may be bright Do not hesitate quite Work day…
Pirezidaantonni unversiitii garaa garaa irra jiran mirga barattootaa tuquu dhaan osoo barattoonni mooraa keessaa hin ba’in humna federaalaatiif mooraa bananii…
Kolleejjiin Barsiisota Mattuu yeroo ammaa kanatti dhukaasa waraana wayyaaneetiin raafamaa jirti. Barattootni hedduun karaa nagaatiin gaaffiisaanii dhi'eeffachaa jiran rasaasa…
Eebla 30/2014 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota barattoota Ooromoo M/B Ballaammii sadarkaa 2ffaa fi qopha'inaa fi uummata…