Seenaa

Kanaan dura finfinneen lammi ishi dhiifte alagaa sooraa turte….

Oromticha jimmaa  GIDDU GALA GALMA AADAA OROMOO Kanaan dura finfinneen lammi ishi dhiifte alagaa sooraa turte kana males bosona ishee…

11 years ago

Jen. Huseen Bunee Daraaraa (1906-2009)

Ferhan Abdulselam    Abbaa isaa obbo Daraaraa Godaanaa fi haadha isaa aadde Hawwaa Badhaasoo irraa bara 1906 Kibba Oromiyaatti, Baale…

11 years ago

Seenaa gabaabaa Sooreessa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa

      Walakkaa bara 1876a, gaafa Ibroo Shaxaa lola Cirrachaatti waraana Misraa kan Ra’uuf Baashaa tiin hoogganamuun odoo loluu…

11 years ago

MOOTI DUBARTII OROMOO AKKO MANOOYYE NI BEEKTUU ?

Haawwan Oromoo ijoollee guddisuu,haadha warraa tahanii jiraachuu qofaa mitii haadha biyyaallee tahanii mataa duulaatii haga mata tikaa yaahuunillee hinuma beekaman.…

11 years ago

HAAYYOTA COPHA BEEKKUMSAA UMMATA OROMOO-DR SHEEK MUHAMMAD RASHAAD ABDULLEE

Dr. Sheek Mohammad hayyuu kennaa guddaa fi sabboonaa Oromoo afaan, seenaa fi aadaa saba isaaniif hedduu gumaachani dha. Waan isaan…

11 years ago

Waa’ee Dr. Mararaa Guddinaa Kana Beektuu Laata?

Dr. Mararaa Guddinaa Adoolessa 5, bara 1956 Lixa Shaggar magaalaa Tokkee Kuttaayeetti dhalatanii guddatan. Ijoolummaa isaanii irraa jalqabee Waan isaaniif…

11 years ago

Markaatoo Moo Agamsa Gubatee?

Guyyaa kaleessaa, 5-6-2015 , sa'aati 8:00 eegalee Finfinneen balaa ibiddaatin waaddamaaf sardamaa ooluun ni yaadatama. Guyyaa 11-1-2015 ammoo Hoteellii Finfinnee…

11 years ago

BAKAR WAAREE EENYU??

  Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa kan Amajjii 6 bara 1887 Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo Harargee kan gooticha…

11 years ago

Siidaan Wareegamtoota Calii-Calanqoo haala ho’an kabajamee oole jira.

Jajjaboo Sabaa  Siidaan suuraa ujjoollee cinatti argaatin jirtan kuni ammoo kan Gooticha Oromoo ‪#‎Bakar_Waareeti‬. Abubakar-Waaree Goota Goota Caaluu kan akka…

11 years ago

Ka’ii Ol dhaabbadhuu mirga kee falmadhuu tokkummaa kee jabeessii bilisummaa gonfadhu

Yaa leenca gaafa durii ka gaara keessa galu ka kalaashiin qabatee habashaa mataa gadi raruu. General Husseen  Bune Darara **********************************************************…

11 years ago