Seenaa

Seenaa kana dr.Kabajaa Alii Birraa mataa isaatu natti hime.

Barreessaan: Afendi Muteki. Alii Biiraa fi sheek Haashim Al-Hararii Seenaa ani aadaa kanaan barreesse Dr.Kabajaa Alii Biraa mataa isaatu natti…

3 years ago

Lola Masriitii fi Ajjeechaa Hogganoota Afran Qalloo ( 1874 -1884 )

Dur, Akkaataa Ajjeechaa hogganoota Afran Qalloo laalchisee hawaasni mirriga keessatti akkana jechaa ture :-          ".... Biluu dooyaa Goflee               …

3 years ago

Ruumicha kaameeraa baatu.

Dubara beeloftuu afaan du’aarra turte takka ruumichi wayii liqimsuudhaaf eeggachaa jira. Iddoon isaa Sudaanidha. Barri sun bara beelaa ture. Yaruma…

3 years ago

Kuma tokkoo fi halkan tokko

Kuma tokkoo fi halkan tokko

4 years ago

Abbaa faaruu Oromiyaa fi hojiiwwan hedduu hojjate kana beeytuu laataa

Namni suuraa irratti argaa jirtan kun, dhaltee kan guddate Oromiyaa, Kutaa Harargee ,Koonyaa Obrarraa ,Aanaa Meettaa , Iddoo Seena qabeetti…

4 years ago

Seenaa yaadannoo Abuubakar Muussaa

Abuubakar Muussaa ABUUBAKAR MUUSSAA WADAAY ROOBAA Abuubakar Muussaa Wadaay Harargee Bahaa, Aanaa Dadar, Leelee Gabaa bakka ja'amtutti Abbaasaa Obbo Muusaa…

4 years ago

The Oromo of Harerghe:

On their Sub Divisions and Citizenship Modalities Written by Afandi Muteki The Oromo of Harerghe belong to the Barentuma/Barento confederation,…

4 years ago

Sochii Oromoota Afran Qalloo (1567 – 1856)

Seenaa Afran Qalloo

4 years ago

Galmee Seenaarraa; Shoorri Jaal_Mullis_Gadaa qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti qabu

Adam Tukkaale Alii Kan dhalate godina Hararghee bahaa aanaa Cinaaqsan, ganda Mullisaa Igguutti yoo tahu, warra gootota dhalchuun beekamuu, goota…

4 years ago

Galmee seenaarraa: Jeneraal Taaddasaa Birruu

Ganaraal taddassaa Birruu bara 1941 G.C. Oromo Graphya Keessa, loltoota British, warra Ganaraal wingatiin hogganamuu wajjiin tahuun loltoota finfinnee walaba…

4 years ago