Abdii Boruutiin Kutaa sadaffaa - Dhugaa ragaa qabu moo afaanfaajjessaa dha? Iccitiin jiru hoo maali? Akkuma kanaan duraa har'as kutaa…
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa – Lammiileen Oromoo maal jedhu? Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti "gaafii guddaa…
Abdii Boruutiin Kutaa duraa - Gaafii guddaa yeroo ammaa? Waldhabbii qabsaa'ota Oromoo jidduutti uumameen kan ka'e waggoota dabran keessatti…
Abdii Boruutiin Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yoon ilaalu ykn itti yaadu waa baay'ee tu sammuu kiyya keessa deddeebi'ee akkan gadifageenyaan…
Afaan Oromoo Afaan ittiin dubbatamu malee Afaan ittiin barreeffame akka hinturin hundi keenyaa kanuma beeknu fi kan seenaan illee…
Namnni tokko yoomi fi maaliif gaabba? Gaafii kanaaf deebii kennuu dhaa dura waan tokko tokko haa ilaallu. Akkuma beekamu yoom…
Abdii Boruutiin Dhaadannoon “Qabsaa’an ni kufa, qabsoon itti fufa” jedhamu kun, waanuma barameef akkanatti dubbatama moo qabiyyee fi…
Abdii Boruutiin Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu. Uummatni keenya uummatni Oromoo erga…
Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa'ota fi jaarmayoota…
Kutaa duraa Gaafiin asitti dhiyaate kun gaafii walii galaa ti. Gadifageenyaan yoo ilaalle gaafilee gara garaa of keessaa qabaachuu…