Abdii boruu

Fincila Diddaa Gabrummaa dhuma 2015

Biyyaa fi Qabeenya humnaan sarbame Oromoon humnumaan deffata. Oromoo irratti sanyii daguuggaa, Oromiyaa samuu fi mancaasun kan eegale minilik irraa…

10 years ago

Qabsoon karaa nagaa dhugumatti impaayara Itoophiyaa keessatti jijjiirama fiduu ni danda’aa?

  Abdii Boruutiin   Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf otuu deebii hin barbaadin dura gaafii biraa kaasuu fi walbira…

10 years ago

ABO – AWO – Jijjiirama – ADO – KWO – ???  fi  THBO

  Qabsaa’otni fi jaarmayootni Oromoo eessaa ka’anii eessa jiru? Garamitt (karamitti) deemaas jiru? Abdii Boruutiin Otuu gara dhimma mata-duree kanaatti…

10 years ago

Garaagarummaa AFD fi PAFD

Gara dhimma mata-duree kanaatti otuu hin seenin dura, jechootni lamaan AFD fi PAFD Afaan Ingiliziitiin (AFD = Alliance for Freedom…

10 years ago

Maal haa baasuuf dhama raasuu?

Abdii Boruutiin Akkuma beekamu MQBO keessatti tasgabbiin dhibuun ilmaan oromoo hedduu yaachisaa turuun isaa hundafuu ifaa dha.Kun ammoo namootuma amma…

11 years ago

Oromoon karaa nagaatiin qabsaayee bilisummaa argachuu hin danda’u

  Abdii Boruutiin Mirga namummaa kabajjiisuufis ta’ee bilisummaa dhaban deebisanii argachuuf qabsoon karaa nagaatiin godhamu filannoo (option) gaarii akka ta’u…

11 years ago

Sabni Oromoo maal barbaada?

Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa…

11 years ago

Ayyaanni Irreechaa akka Ayyaana Biyyoolessaa Oromiyaatti guyyaa murtaaye tokko kabajamuu qaba

Abdii Boruutiin   Onkoloolessa bara 2012, mata-duree “Ayyaanni Irreessaa (Irreechaa) mallattoo Oromummaa waan ta’eef, bakkee hundattuu bal’inaan kabajamuu qaba” jedhuun…

11 years ago

Cufamuun SNR hir’ina miidiyaa uumuu qofaa otuu hin taane kun Oromoof qaanii dhas

  Abdii Boruutiin   Waayee cufamuu ykn qilleensarraa bu’uu Raadiyoonii Sayifa Nabalbaal (Seife Nebelbal Radio=SNR) yeroon dubbisu amanuun dadhabe. Asirratti…

11 years ago

Sochiileen bara 2014 godhaman seenaa uummata Oromoo keessatti bakkee guddaa qabu

  Abdii Boruutiin   Haala bar-kurnee lamaan dabranii yoo ilaalle, keessumaayuu ammoo waan bara 2008 hanga 2013 ta’e yoo yaadanne,…

11 years ago