Abdii Boruutiin Haa turu haa daddafu malee, hammuma fedhee humna jabaa qabaatus, kufaatiin mootummaa cunqursaa fi abbaa-irree…
Abdii Boruutiin Qabsoo bilisummaa saba tokkootti, keessa fi alaan rakkoolee fi gufuuleen adda addaa heddoomuun waan haaraa…
Abdii Boruutiin Yoo jechootni soban suuraaleen hin soban. Wanti kaameeraan kaasu tokko waan ijaan argamu fi lafarra…
Abdii Boruutiin Mee ofis walis haa gaafannu: Qabsoo bilisummaa saba bal’aa dhiisii, waanuma fedhee yoo ta’e, wanti…
Abdii Boruutiin Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo…
Abdii Boruutiin Duraan dursee, xalayaa kana yoon barreessu haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) isin caalaan beeka jechuuf otuu hin taane; yookaanis ammoo…
Abdii Boruutiin Barruu kiyya kan har’aa keessatti, mata-duree kanaan waa lamatti xiyyeeffachuun barbaada. Inni tokko, hojii yeroo ammaa Habashootni dalagaa…
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) erga jalqabee kaasee hanga har’aatti, bu’aa ba’ii baay’ee keessa dabree akka sadarkaa kana gahe…
Abdii Boruutiin Erga bara 2008 mooraa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) keessatti fottoqinsi lammataa dhalatee kaasee haala mooraa…
Duraan dursee, baga bara haaraan isin gahe. Barri haaraan kan fayyaa, nagaa, gammachuu fi akkasumas kan tokkummaan ilmaan Oromoo…