Yaada

Dararamni biyya Yaman keessatti lammiilee Oromoorra gahaa jiru yoom dhaabbata laata?

    Abdii Boruutiin   Yoo jechootni soban suuraaleen hin soban. Wanti kaameeraan kaasu tokko waan ijaan argamu fi lafarra…

13 years ago

Ololli fi duulli itti heddoomus, qabsoon bilisummaa Oromoo galii hawwamu otuu hin gahin hin hafu

    Abdii Boruutiin   Mee ofis walis haa gaafannu: Qabsoo bilisummaa saba bal’aa dhiisii, waanuma fedhee yoo ta’e, wanti…

13 years ago

Kaayyoo qabsaa’otni wareegamaniif galiin gahuun dirqama Sabboontota Oromoo hundaa ti

    Abdii Boruutiin   Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo…

13 years ago

Xalayaa: Hogganoota QBOtiif – Tokkummaan qabsaa’ota Oromoo yoomiyyuu caalaa amma barbaachisaa dha

Abdii Boruutiin Duraan dursee, xalayaa kana yoon barreessu haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) isin caalaan beeka jechuuf otuu hin taane; yookaanis ammoo…

13 years ago

Diina guddaa dura diina xiqqaa injifachuun barbaachisaa dha

Abdii Boruutiin Barruu kiyya kan har’aa keessatti, mata-duree kanaan waa lamatti xiyyeeffachuun barbaada. Inni tokko, hojii yeroo ammaa Habashootni dalagaa…

13 years ago

Haala yeroo ammaa deemaa jiru kanarraa maal hubachuu fi barachuu dandeenya?

Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) erga jalqabee kaasee hanga har’aatti, bu’aa ba’ii baay’ee keessa dabree akka sadarkaa kana gahe…

13 years ago

Jijjiiramni mooraa ABO keessatti hawwame akkana ta’ee hafee?

    Abdii Boruutiin   Erga bara 2008 mooraa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) keessatti fottoqinsi lammataa dhalatee kaasee haala mooraa…

13 years ago

Ilmaan Oromoo hundaaf

  Duraan dursee, baga bara haaraan isin gahe. Barri haaraan kan fayyaa, nagaa, gammachuu fi akkasumas kan tokkummaan ilmaan Oromoo…

13 years ago

Habashaas ta’ee kan sammuun habashoome, lamaanuu farra qabsoo bilisummaa Oromoo ti

    Abdii Boruutiin   Gara dhimma mata duree kanaa otuu hin seenin dura, Habashaa fi kan sammuun habashoome kanan…

13 years ago

Fottoquu fi Oromiyaa walaboomtu ijaaruu jidduu garaagarummaan jiraa?

Abdii Boruutiin* Kaayyoon barruu kiyyaa, hiika jechootni lamaan kun qabani fi garaagarummaa isaaniis ibsuufi miti. Kana warra barumsa fi ogummaa…

13 years ago